Idil Addunyaa Giriik Dhukkee Obomboleetti Saahaaraan uwwifamte Tsehay Guluma Apr 24, 2024 0 Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) – Giriik Dhukkee Obomboleetti Saahaaraarraa ka’een uwwifamuu dhagahame. Obombolleetti dhukkee olaanaa Gammoojjii Saahaaraarraa ka’een magaaloonni…
Oduu biyya keessaa Lubni Balaay Makonniin yakka shakkamaniin yeroo 2ffaaf Mana Murtiitti dhiyaatan Tsehay Guluma Apr 24, 2024 0 Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) – Manni Murtii sadarkaa jalqabaa Dhaddachi Ramaddii beellamaa Araadaa Luba Balaay Makonniin dabalatee Galmee namoota dhuunfaa 3 har'a yeroo 2ffaaf ilaaleera.…
Oduu biyya keessaa Koreen Dhaabbii Caffee Oromiyaa kutaalee hawaasa waliin marii gaggeesse Tsehay Guluma Apr 24, 2024 0 Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) – Koreen Dhaabbii Caffee Oromiyaa kutaalee hawaasa Godina Horroo Guduruu fi Magaalaa Bishooftuu waliin marii gaggeesse jiraachuun ibsame. Godina…
Oduu biyya keessaa Tajaajilichi Hoggantootaa fi hojjettoota namuusa cabsan 52 irratti tarkaanfii fudhachuu beeksise Tsehay Guluma Apr 24, 2024 0 Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) – Baatiwwan 9 darban Hoggantootaa fi hojjettoota namuusa hojii cabsuun eeruun irratti dhiyaate 95 keessaa 36 irratti tarkaanfii fudhachuu Tajaajilli…
Oduu biyya keessaa Qamadii Jallisii Boneen misoomerraa hanga ammaatti callaa kuntaalli miiliyoonni 73 ol walitti… Tsehay Guluma Apr 24, 2024 0 Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) –Qamadii Jallisii Boneen misoomerraa hanga ammaatti callaa kuntaalli miiliyoonni 73 ol walitti qabamuu Ministeerri Qonnaa beeksise. Bara kana…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti manni jireenyaa jiguun lubbuun namoota 7 galaafate Tsehay Guluma Apr 24, 2024 0 Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinee Kutaa magaalaa Addis Katamaa aanaa 13tti manni jireenyaa jiguun lubbuun namoota 7 galaafate. Balaan kun har’a Barii sa’aatii…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaatti nageenya waaraa mirkaneessuuf hojiilee eegalaman deeggaruun barbaachisaadha- Sulxaan… Debela Tadesse Apr 23, 2024 0 Finfinnee, Ebla 15, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaatti nageenya waaraa mirkaneessuuf hojiilee eegalaman deeggaruun barbaachisaa ta’uu Sulxaanni Ummata Afaar Ahimad Alii Miiraah dubbatan.…
Oduu biyya keessaa Mootummaan tokkummaan Sabdaneessummaa akka cimuuf ijaarsa seenessii waloof kutannoon hojjechaa… Debela Tadesse Apr 23, 2024 0 Finfinnee, Ebla 15, 2016 (FBC)- Mootummaan tokkummaan sabdaneessummaa akka cimuuf ijaarsa seenessii waloof kutannoon hojjechaa jiraachuu Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa…
Oduu biyya keessaa Aanaa Dabra Libaanoositti Balaa Tirafikaan Lubbuun namoota 4 darbe Debela Tadesse Apr 23, 2024 0 Finfinnee, Ebla 15, 2016 (FBC)- Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Dabra Libaanositti balaa tirafikaa mudateen lubbuun namoota 4 darbuun ibsame. Aanaa Darba Libaanoos Ganda Waakkeenneetti…
Oduu biyya keessaa Tajaajila Kaadaastaraarraa galiin Birrii Biiliyoona 4 olii walitti qabame Debela Tadesse Apr 23, 2024 0 Finfinnee, Ebla 15, 2016 (FBC)- Eejensiin Ragaalee fi Galmeessa Qabiyyee Lafaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee baatiiwwan saglan darban tajaajila kaadaastaraarraa galiin Birrii biiliyoona 4…