Oduu biyya keessaa Hawaasaa Magaalaa Asoosaa waliin mari’atame Debela Tadesse Feb 15, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Marii hawaasaa Magaalaa Asoosaatti gaggeeffameerratti hirmaataniiru. …
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen gita isaanii Zimbaabuwee waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 15, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Ministira Alaa Zimbaabuwee Ambaasaaddar Feediriik Eemshaavaa waliin dhimmoota…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Angoolaan waliigaltee mallatteessan Debela Tadesse Feb 15, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaa fi Angoolaan waliigaltee tumsaa mallatteessaniiru. Waliigaltichas Walga’ii 44ffaa Ministiroota Dhimma Alaa Gamtaa Afrikaa…
Oduu biyya keessaa Walaayittaa Sooddoo fi Diillaatti mariin ummataa gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Feb 15, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2016 (FBC) – Naannoo Kibba Itiyoophiyaa magaalaa Walaayittaa Sooddoo fi Diillaatti mariin ummataa gaggeeffamaa jira. Mariin kun mata duree “Obbolummaa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Hawaasaatti mariin ummataa gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Feb 15, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2016 (FBC)- Naannoo Sidaamaa Magaalaa hawaasaatti mariin ummataa gaggeeffamaa jira. Waltajjii marichaarratii ministiraa ministeeraa Maallaqaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Naannoo Afaar magaalota garaagaraatti mariin ummataa gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Feb 15, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2016 (FBC)- Mata duree “Obbolummaa sabdaneessummaa nageenya waaraa fi badhaadhina hunda galeessaaf” jedhuun waltajjiin marii ummtaa Magaalota Naannoo Afaaritti…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin Marii Ummataa Magaalaa Gaambeellaa gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Feb 15, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2016 (FBC)- Mata duree “Obbolummaa sabdaneessummaa nageenya waaraa fi badhaadhina hunda galeessaaf” jedhuun waltajjiin marii ummataa Magaalaa Gaambeellaatti…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii ummataa magaalota 20’tti gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Feb 15, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2016 (FBC)- Guyyaa har’aa magaalotaa naannolee garaagaraa biyyattii 20tti waltajjiin marii ummataa gaggeeffamaa jira. Waltajjichi mata duree…
Oduu biyya keessaa Ministiroonni Dhimma Alaa Afrikaa fi Ambaasaaddaroonni Yaadannoo Adwaa daawwatan Debela Tadesse Feb 14, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2016 (FBC)- Ministirootaa Dhimma Alaa Afrikaa fi Ambaasaaddaroonni biyyoota garagaraa Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwataniiru Sagantaa…
Oduu biyya keessaa Borurra eegalee daandileen konkolaattotaaf cufaa ta’an ifooman Debela Tadesse Feb 14, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2016 (FBC)- Borurraa eegalee Yaa’ii Gamtaa Afrikaa 37ffaa Fi Walga’ii Idlee Mana Maree Raawwachiisatotaa 44ffaan hanga xumuramutti daandilee konkolaattotaaf…