Oduu biyya keessaa Jeneraal Mohaammad Hamdaa Daagaloon Finfinnee galan Sifen Megersa Dec 28, 2023 0 Finfinnee, Mudde 18, 2016 (FBC) – Ajajaan Humna Addaa Sudaan Jeneraal Mohaammad Hamdaan Daagaloon har'a ganama magaalaa Finfinnee galaniiru. Jeneraal Mohaammad Hamdaan wayita Buufata…
Oduu biyya keessaa Biqiltuun Shaayee miiliyoonni 400 qophaa’aa jira-BQO Debela Tadesse Dec 28, 2023 0 Finfinnee, Mudde 18, 2016 (FBC)- Biqiltuu Shaayee miiliyoona 400 qophaa’aa jiraachuu Biiroon Qonna Oromiyaa beeksise. Oromiyaatti Inisheetivii misooma shaayee jalqabame babal’isuun haala…
Oduu biyya keessaa Hawaasaatti Yakka butii fi dirqiin gudeeduun kan himatame hidhaan waggaa 16 itti murtaa’e Debela Tadesse Dec 28, 2023 0 Finfinnee, Mudde 18, 2016 (FBC)- Magaalaa Hawaasaatti yakka fi dirqiin gudeeduun kan himatame Saajiin Yaahuwalamabiraat Waldamaariyaam hidhaa waggaa 16’n akka adabamu itti murtaa’e.…
Ispoortii Piriimaayer Liigii Ingilaandiin taphni Arsenaal Weest Haam, Biraayitan Tootanhaam waliin taasiifamu… Sifen Megersa Dec 28, 2023 0 Finfinnee, Mudde 18, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 19ffaa har’a taphatamuun taphni Arsenaal, Weest Haam, Biraayitan Tootanhaam waliin taasiifamu akkaan eegama.…
Idil Addunyaa Waashingitan paakkeejii deeggarsa waraanaa isa dhumaa bara kana Yuukreeniif kennitu ifoomsite Sifen Megersa Dec 28, 2023 0 Finfinnee, Mudde 18, 2016 (FBC) – Waashingitan paakkeejii deeggarsa waraanaa isa dhumaa bara kana Yuukreenif kennitu ifoomsiteerti. Kiyeev deeggarsa dabalataa Doolaara miiliyoona 250…
Oduu biyya keessaa Gaaffileen ummatarraa ka’an deebii akka argataniif nageenyaaf dursa kennuun barbaachisa-Obbo… Debela Tadesse Dec 28, 2023 0 Finfinnee, Mudde 18, 2016 (FBC)-Gaaffileen ummatarraa ka’an deebii akka argataniif nageenyaaf dursa kennuun hojjechuun barbaachisaa ta’uu Afyaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Obbo…
Oduu biyya keessaa Saa’udiin dhimma lammiilee mana hidhaa jiraaniirratti waloon hojjechuuf fedhii qabaachuu beeksiste Debela Tadesse Dec 28, 2023 0 Finfinnee, Mudde 18, 2016 (FBC)- Lammiilee seeraan ala daangaa ce’uun Saa’ud Arabiyaa seenanii fi mana hidhaa keessa jiran ilaalchisee waloon hojjechuuf fedhii qabaachuu Ministirri…
Oduu biyya keessaa Nageenya Oromiyaa eeguuf humna Poolisii ijaaruuf xiyyeeffannoon hojjetamuu qaba-Pir. Shimallis Debela Tadesse Dec 28, 2023 0 Finfinnee, Mudde 17, 2016 (FBC) - Nageenya Naannichaa eeguuf Poolisii naamusaa fi ga'umsa loltummaa cimaa qabu ijaaruuf xiyyeeffannoo addan hojjetamuu akka qabu Pireezidaantiin Naannoo…
Biiznasii Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 345tti tilmaamaman to’ataman Sifen Megersa Dec 27, 2023 0 Finfinnee, Mudde 17, 2016 (FBC) - Muddee 5 - 11, 2016tti Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 345tti tilmaamaman to'atamuu Komishiniin Gumrukaa beeksise. Meeshaaleen karaa…
Oduu biyya keessaa Seenaa keessatti yeroo jalqabaaf misoomni Qamadii bonaa kan gannaa caaleera – Pir. Shimallis Sifen Megersa Dec 27, 2023 0 Finfinnee, Mudde 17, 2016 (FBC) - Seenaa keessatti yeroo jalqabaaf misoomni Qamadii bonaa kan gannaa caaluu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan ibsan.…