Oduu biyya keessaa Biiniyaam Admaasuuf beekamtiin umrii guutuu kenname Sifen Megersa Dec 5, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 25, 2016 (FBC)-Paarkii biyyaalessa Gaarreen Baaleetti lubbuun isaa kan wareegame Biiniyaam Admaasuuf beekamtiin umrii guutuu kennameera. Paarkiin biyyoolessa gaarreen…
Oduu biyya keessaa Konfirensiin Galateeffannaa fi nageenyaa Magaalaa Finfinneetti gaggeeffameera Sifen Megersa Dec 5, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 25, 2016 (FBC) – Konfirensiin Galateeffannaa fi nageenyaa mata duree ‘Boqonnaa Itti Aanu jijjiirama Hunda galeessaaf’ jedhuun Magaalaa Finfinneetti gaggeeffameera.…
Oduu biyya keessaa Aanaalee godinichaa 10 keessatti lafa hektaara kuma 111 Qamadii jallisiin misoomsuuf hojjetamaa jira… Sifen Megersa Dec 5, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 25, 2016 (FBC) – Aanaalee godinichaa 10 keessatti lafa hektaara kuma 111 Qamadii jallisiin misoomsuuf hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Qonnaan Godinichaa beeksise. Hanga…
Oduu biyya keessaa Guyyaa sabaaf sablammootaa 18ffaa sababeeffachuun Agarsiifni Daldalaa fi Baazaariin baname Sifen Megersa Dec 5, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 25, 2016 (FBC) – Magaalaa Jigjigaatti Guyyaa sabaaf sablammootaa 18ffaa sababeeffachuun Agarsiifni Daldalaa fi Baazaariin banameera. Guyyichi bara kana yeroo 18ffaaf…
Ispoortii Taphoonni Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 15ffaan har’aa eegaluun ni taphatamu Sifen Megersa Dec 5, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 25, 2016 (FBC) – Taphoonni Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee15ffaan tapha har’a Arsenaal Luutoo Taawoon,Woolvarhampton Barnileey waliin taphataniin eegalama. Har’a…
Biiznasii Godina Arsiitti Fooramiin Invastimentii mootummafi abbootii qabeenyaa gaggeeffame Sifen Megersa Dec 5, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 25, 2016 (FBC) – Godina Arsiitti Fooramiin Invastimentii mootummafi abbootii qabeenyaa gaggeeffameera. Hogganaa Biiroo Invastimantiifi Indaastirii Oromiyaa Obbo Ahimad…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Geetuu Gammachuun durfamu Godina Jimmaa aanaa Aanaa Saqqaa Coqorsaatti Qamadii Jallisii… Sifen Megersa Dec 5, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 25, 2016 (FBC) – Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamu Godina Jimmaa aanaa Aanaa Saqqaa Coqorsaatti Qamadii Jallisii Bonee facaaseera.…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Sabaaf Sablammootaa 18ffaan magaalaa Jigjigaatti kabajamaa jira Sifen Megersa Dec 5, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 25, 2016 (FBC) – Qindeessummaa Mana Maree Federeshinii fi Mootummaa Naannoo Somaaleetiin Guyyaan Sabaaf Sablammootaa 18ffaan magaalaa Jigjigaatti kabajamaa jira.…
Oduu biyya keessaa Malaammaltummaan diina waloo keenyaati, Waliin irratti haa qabsoofnu – Aadde Adaanach Abeebee Sifen Megersa Dec 5, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 25, 2016 (FBC) – “Malaammaltummaan diina waloo keenyaati, Waliin irratti haa qabsoofnu” mata duree jedhuun sagantaan sosochii farra malaammaltummaa sadarkaa Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Sabaaf Sablammootaa 18ffaan Godina Harargee Bahaa Magaalaa Hararitti marii Paanaaliin… Sifen Megersa Dec 5, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 25, 2016 (FBC) – Guyyaan Sabaaf Sablammootaa 18ffaan Qindoomina Godina Harargee Bahaafi Magaalaa Mayaan mata duree "Heddumminniifi Walqixxummaan Tokkummaa Biyyaalessaaf!"…