Oduu biyya keessaa Balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 2 darbe Sifen Megersa Dec 13, 2023 0 Finfinnee, Mudde 3, 2016 (FBC) – Godina Siilxee Aanaa Hulbargaa gandaa warabat Shaamatti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 2 darbuu ibsameera. Konkolaataan deddeebisa ummataa…
Biiznasii Tajaajilli Faayinaansii Liizii Baankii Misoomaa Birrii biiliyoona 11’tti guddate Debela Tadesse Dec 12, 2023 0 Finfinnee, Mudde 2, 2016 (FBC)- Waggoottan sadan darban Tajaajilli Faayinaansii liizii Baankii Misoomaa Itiyoophiyaa Birrii Biiliyoona 2 irraa gara Birrii Biiliyoona 11’tti guddachuun…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Pireezidaantii Koree Qaxxaamura Diimaa Idil Addunyaa waliin mari’atan Debela Tadesse Dec 12, 2023 0 Finfinnee, Mudde 2, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee Ittaanaa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Pireezidaantii Koree Qaxxaamura Diimaa Idil Addunyaa Maariyaanaa Ispaalyaariichi…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Saahilawarqi Guyyaa “Jamhuri” Keeniyaarratti ergaa baga geessanii dabarsan Debela Tadesse Dec 12, 2023 0 Finfinnee, Mudde 2, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen kabaja guyya bilisummaa Keeniyaa (Jamhuri Day) 60ffaarratti argamuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Waajjirri Ministira Muummee Waltajjii “Qinyit” jedhamu gaggeessuu jalqabe Debela Tadesse Dec 12, 2023 0 Finfinnee, Mudde 2, 2016 (FBC)- Waajjirri Ministira Muummee Waltajjii “Qinyit” jedhamu har’a eegalchiiseera. Waltajjichi ibsi barnootaa kennuurratti kan xiyyeeffate ta’uunis eerameera.…
Oduu biyya keessaa Omisha qamadii dabaluu cinaatti hawaasni muuxannoo horachaa jira-Pir. Shimallis Abdiisaa Debela Tadesse Dec 12, 2023 0 Finfinnee, Mudde 2, 2016 (FBC)- Xiyyeeffannoo kennameen omisha qamadii dabaluu qofa osoo hintaane hawaasni muuxannoo hedduu argachaa jiraachuu Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Oduu biyya keessaa Gaaffiilee dubartoota deebisuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jira jedhame Debela Tadesse Dec 12, 2023 0 Finfinnee, Mudde 2, 2016 (FBC)- Fayyadamummaa dubartootaa mirkaneessuuf bifa gurmaa’een gaaffiilee dubartoota deebisuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jiraachuu Federeeshiniin Dubartoota Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Godina Arsiitti konfiraansiin misoomaa fi nageenya gaggeeffame Debela Tadesse Dec 12, 2023 0 Finfinnee, Mudde 2, 2016 (FBC)- Godina Arsii Aanaa Shirkaatti Konfiraansiin misoomaa fi nageenyaa gaggeffame. Konfiraansicharratti Pireezidaantii Ittaanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin Daldalaa fi Invastimanti Itiyoophiyaa Dohaatti gaggeeffame Debela Tadesse Dec 12, 2023 0 Finfinnee, Mudde 2, 2016 (FBC)- Waltajjiin daldalaa fi invastimantii Itiyoophiyaa Kuwaataar Dohaatti gaggeeffameera. Waltajjichi tumsa Itiyoophiyaa fi Kuwaatar daldalaa Abaaboon…
Oduu biyya keessaa Biirichi Jila invastimantii Awustiraaliyaa waliin mari’ate Debela Tadesse Dec 12, 2023 0 Finfinnee, Mudde 2, 2016 (FBC)- Biiroon Invastimantii fi Indaastiri Oromiyaa Jila Abbootiin qabeenyaa Awustiraaliyaa Dhaabbata “BUSG” jedhamu waliin mari’ateera. Maricharratti Hoogganaan…