Oduu biyya keessaa Barataa Umrii 70 Yuunivarsiitii Waachaamoo Debela Tadesse Dec 22, 2023 0 Finfinnee, Mudde 12, 2016 (FBC)- Abbaa Ijoollee 10 fi dhala dhala isaanii kan argaan Obbo Yohaannis Adduusee umrii waggaa 70ffaa isaaniitti barnoota digirii jalqabaaf Yuunivarsiitti…
Oduu biyya keessaa Jilli Aadde Adaanachiin durfamu Itti Aanaa Walitti Qabaa Koongiresii Bulchiinsa Suchowaan waliin… Sifen Megersa Dec 22, 2023 0 Finfinnee, Mudde 12, 2016 (FBC) – Jilli Kantiibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanachi Abeebeen durfamu Chaayinaatti Itti Aanaa Walitti Qabaa Koongiresii Bulchiinsa Suchowaan Zuu Shuunziiw…
Oduu biyya keessaa Fedhiin sharafa alaa fi dhiyeessiin akka walgituuf hojjetamaa jira jedhame Sifen Megersa Dec 21, 2023 0 Finfinnee, Mudde 11, 2016 (FBC) - Fedhiin sharafa alaa fi dhiyeessiin akka walgituuf hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsum Asaffaan ibsan.…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Misgaanuun Itti Aanaa Daayrektara Olaanaa Dhaabbata Daldala Addunyaa waliin… Sifen Megersa Dec 21, 2023 0 Finfinnee, Mudde 11, 2016 (FBC) - Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Itti Aanaa Daayrektara Olaanaa Dhaabbata Daldala Addunyaa Ambaasaaddar Shiiyaangichiin…
Teeknooloojii Maashinni Buna Diimaa Falaffalu Kalaqame Debela Tadesse Dec 21, 2023 0 Finfinnee, Mudde 11, 2016 (FBC)- Maashinni Buna Diimaa Falaffalu Kalaqamuun qonnaan bultootaaf gumaachame. Giddugalli Qorannoo Mahaandisummaa Qonnaa Jimmaa teknoolojiiwwan gara garaa kan…
Oduu biyya keessaa Dooktar Warqinaan Dura Taa’aa Komishininii Gamtaa Afrikaa waliin mari’atan Debela Tadesse Dec 21, 2023 0 Finfinnee, Mudde 11, 2016 (FBC)- Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Misooma Mootummoota Bahaa Afrikaa Dooktar Warqinaa Gabayyoon Dura Taa’aa Komishininii Gamtaa Afrikaa Musaa Faakii Mahaammat…
Biiznasii Faddaaltota seeraan alaa 790 irratti tarkaanfiin bulchiinsaa fudhatame – MDWHN Sifen Megersa Dec 21, 2023 0 Finfinnee, Mudde 11, 2016 (FBC) – Faddaaltota seeraan alaa 790 irratti tarkaanfiin bulchiinsaa fudhatamuu Ministeerri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksise. Baatiwwan 5n…
Oduu biyya keessaa Pireezidaant Saahilawarq Itiyoophiyaatti Ambaasaadara Kooriyaa Kibbaa yeroo hojii isaanii xumuran… Sifen Megersa Dec 21, 2023 0 Finfinnee, Mudde 11, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawudeen Itiyoophiyaatti Ambaasaadara Kooriyaa Kibbaa yeroo hojii isaanii xumuran Kaang Sii’ookiin gaggeessaniiru.…
Oduu biyya keessaa Barana lafa hektaara miiliyoona 3.2’rratti misoomni sululaa ni gaggeeffama-BQO Debela Tadesse Dec 21, 2023 0 Finfinnee, Mudde 11, 2016 (FBC)- Barana lafa hektaara miiliyoona 3.2’rratti misoomni sululaa kan gaggeeffamu ta’uu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise. Biirichi, Yuunivarsiitii Haramaayaa…
Oduu biyya keessaa Walitti Dhufeenya Hawaasa Ollaa Daangaa Naannoo Oromiyaa fi Amaaraa Cimsuuf Hojjetamaa Jira Debela Tadesse Dec 21, 2023 0 Finfinnee, Mudde 11, 2016 (FBC)- Walitti dhufeenya hawaasa Naannoo Oromiyaa fi Amaaraa jidduu jiru daran cimsuun rakkoo nageenya naannawaa daangaa irratti mul'atu furuuf xiyyeeffannaan…