Oduu biyya keessaa Manni maricha karoora dhiyaate qorachuun raggaasise Sifen Megersa Oct 10, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) - Manni Maree Federeeshinii Yaa’ii Idilee 1ffaa bara Paarlaamaa 6ffaa bara hojii 3ffaa gaggeessaa jiruun karoora dhiyaate qorachuun raggaasiiseera.…
Oduu biyya keessaa Naannoo Tigraayitti qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaaa kennamaa jira Sifen Megersa Oct 10, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) – Naannoo Tigraayitti qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaaa kennamaa jiraachuu ibsameera. Barattoonni kumni 9 fi 514 qormaata biyyaaleessaa kutaa 12ffaa…
Idil Addunyaa Isiraa’el garee Hamaas irratti humna guddaa kan fayyadamtu ta’uu Beenjaamiin Netaanyaahuun beeksisan Sifen Megersa Oct 10, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) – Lolli Isiraa’eelii fi Hamaas gidduutti Sanbata darbe eegale lubbuu lammiilee nagaa hedduu galaafachaa jiraachuu ibsameera. Hanga ammaatti gama…
Oduu biyya keessaa Magaalaan Finfinnee miseensa Koree raawwachiisaa Imaammata sagantaa nyaataa Miilaa ta’uun… Sifen Megersa Oct 10, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) - Magaalaan Finfinnee Afrikaarraa miseensa Koree raawwachiiftuu Imaammata sagantaa nyaataa Miilaan ta'uun filatamteerti. Dabalataan Afrikaarraa magaalli…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan fudhatamummaa damee dippilomaasiin argatte faayidaa Afrikaanotaaf akka dhaabbatuu… Debela Tadesse Oct 9, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2016 (FBC)- Ityoophiyaan fudhatamummaa damee dippilomaasiin argattetti fayyadamuun waltajjilee damee hedduu irratti ofirraa dabartee faayidaa Afrikaanotaaf akka…
Fayyaa Dhukkuba Busaa fi Toftaalee Ittisaa Sifen Megersa Oct 9, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2016 (FBC) – Dhukkubni Busaa dhukkuba bookee busaatin daddarbu ta’ee yeroodhan yaalii yoo hin argatin miidhaa cimaa fi du’aatii kan fiduudha. Mallattoolee dhukkuba…
Biiznasii Diinagdee hunda galeessaan fayyadamummaa ummataa mirkaneessuuf ni hojjetama jedhan Pireezidaanti… Sifen Megersa Oct 9, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2016 (FBC) - Diinagdee hunda galeessaan fayyadamummaa ummataa gama hundaan mirkaneessuuf kan hojjetamu ta’uu Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen dubbatan.…
Oduu biyya keessaa Olaantummaa seeraa kabachiisuun nageenya waaraa mirkaneessuun xiyyeeffannoo mootummaat… Sifen Megersa Oct 9, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2016 (FBC)- Olaantummaa seera kabachiisuun nageenya waaraa mirkaneessuun xiyyeeffannoo olaanaa mootummaan bara kana qabate ta’uu Pireezidaantiin FDRI Saahilwarqi…
Oduu biyya keessaa Qormaatilee mudatan carraatti jijjiruun bu’aa galmeessuun milkaa’inaa olaanaadha-Pir. Saahilawarqi Sifen Megersa Oct 9, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2016 (FBC) - Qormaatilee fi gufuulee mudatan gara carraatti jijjiruun bu’aa galmeessuun milkaa’inaa olaanaa ta’uu Pireezidaantiin Itiyoophiyaa Saahilawaqrqi Zawudeen…
Teeknooloojii Itiyoophiyaan Yaa’ii Intarneetii Jaappaanitti gaggeeffamaa jirurratti hirmaachaa jirti Sifen Megersa Oct 9, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan Yaa’ii Intarneetii 18ffaa Jaappaan Magaalaa Tookiyootti gaggeeffamaa jirurratti hirmaachaa jirti. Yaa’ichi mata duree ‘hariiroo…