Oduu biyya keessaa Godaantonni 413 Jibuuttirra gara biyyaatti deebi’an Debela Tadesse Oct 11, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)-Godaantonni lammiilee Itiyoophiyaa 413 guyyaa kaleessaa Jibuutiirra gara Ityoophiyaatti deebi’uun ibsame. Godaantoota deebi’an 413 keessaa 164…
Oduu biyya keessaa Shaggaritti lafa harka faddaala fi hattoota irra maqsuuf hojii bal’aan hojjetamaa jiraachuun ibsame Debela Tadesse Oct 11, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)- Lafa qonnaan bultootaa Magaalaa Shaggar harka faddaala fi hattoota irra maqsuuf hojiilee bal’aan hojetamaa jirchuu Bulchiinsi Magaalichaa beeksise.…
Biiznasii Qabeenyi albuudaa Gambeellaa guddina diinagdeef akka gumaachu hojjetamaa jira Debela Tadesse Oct 11, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)- Qabeenyi albuudaa Naannoo Gambeellaa sirnaan misoomee guddina diinagdeef akka gumaachu oomisha ammayyaa’aa irratti xiyyeeffatamee hojjetamaa jira jedhame.…
Oduu biyya keessaa Aanaa Sooddootti balaa tirafikaa mudateen namoota 14 irraa miidhaa cimaan qaqqabe Debela Tadesse Oct 11, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)- Naannoo Giddugaleessaa Itiyoophiyaa Godina Guraagee Bahaa Aanaa Soddootti balaa tiraafikaa mudateen namoota 14 irraa miidhaa cimaan qaqqabuun ibsame.…
Oduu biyya keessaa Bakka bu’ummaa Bakka Bu’oota Ummataa kaasuuf kan dandeessisu wixineen qajeelfamaa qophaa’e Debela Tadesse Oct 11, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)- Miseensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Filataman irraa amantaa wayita dhaban adeemsa bakka bu’ummaa isaanii kaasuun danda’amu irraattii wixinee…
Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiy Ahimad Miseensa Maatii Moototaa Ingiliz waliin mari’atan Debela Tadesse Oct 11, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Miseensa Maatii Moototaa Ingiliz Soofii Heelen Raayis Joonsan waliin mari’ataniiru. Miseensi Maatii Moototaa…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitichi Giddugala Walaansa Kaansarii maqaa Aartisti Alii Birraan moggaase Debela Tadesse Oct 11, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)- Yuunivarsiitiin Haramaayaa Gidduugala Wal'aansa Kaansarii maqaa Dooktara Kabajaa Aartisti Alii Birraan moggaase. Gidduugalli wal’aansa dhibee kaansarii…
Oduu biyya keessaa Hojiilee tarsiimoo dijitaal Itiyoophiyaa 2025 hafan saffisiisuuf marii kaayyeffate gaggeeffame Debela Tadesse Oct 11, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)- Ministeerri Innooveeshinii fi Teeknooloojii fi Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa dhimmoota hojiilee tarsiimoo Dijitaal Itiyoophiyaa 2025 hafan…
Idil Addunyaa Afgaanistaanitti yeroo 2ffaaf kirkirri lafaa mudate Debela Tadesse Oct 11, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)- Afgaanistaanitti yeroo 2ffaaf kirkirri lafaa mudachuun gabaafame. Kirkirri lafaa mudate kunis, Reektar Iskeelii 6.3 kan galmaa’e yoo ta’u, kutaa…
Idil Addunyaa Afrikaatti waggaa waggaan lubbuun shamarran kuma 44 sababa kittaannaan darba-Qorannoo Debela Tadesse Oct 11, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)-Afrikaatti waggaa waggaan lubbuun shamarran kuma 44 sababa kittaannaan akka darbu qorannoon ifoomse. Bu’aan qorannoo ifoomees biyyoota akka…