Oduu biyya keessaa Hawaasni yeroon oomisha akka walitti qabu hubachiifame Debela Tadesse Oct 20, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 9, 2016 (FBC)- Roobni yeroo isaa hineegane mudachuu waan maluuf hawaasni yeroon oomisha ga’e akka walitti qabu Ministeerri Qonnaa hubachiise. Ministirri…
Teeknooloojii Tajaajilli Faayinaansii Dijitalawaan “Kaachaa” Jedhamu tajaajila eegale Debela Tadesse Oct 20, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 9, 2016 (FBC)- Tajaajilli Faayinaansii Dijitalawaan sanadaa kaffaltii dhuunfaa kennu “Kaachaa” jedhamu tajaajila kennuu eegale. Itiyoophiyaatti taajailichi kan…
Idil Addunyaa Waraanni Ameerikaa dhiyeenya daangaa Isiraa’eelitti Misaa’eelootaa fi Dirooniwwan haleeluun kuffisuu… Sifen Megersa Oct 20, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 9, 2016 (FBC) – Waraanni Ameerikaa dhiyeenya daangaa Isiraa’eelitti Misaa’eelootaa 3 fi Dirooniwwan nama maleeyyii hedduu haleeluun kuffisuu beeksiiseera.…
Oduu biyya keessaa Bara kana lafa hektaara miiliyoona 3 irratti Qamadii jallisii Boneen misoomsuuf hojjetamaa jira –… Sifen Megersa Oct 20, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 9, 2016 (FBC) – Bara kana lafa hektaara miiliyoona 3 irratti Qamadii jallisii Boneen misoomsuuf hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa…
Oduu biyya keessaa Bara Oomishaa 2016/16tti xaa’oo kuntaala miiliyoona 23 dhiyeessuuf karoorfame – Ministeera… Sifen Megersa Oct 20, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 9, 2016 (FBC) – Bara Oomishaa 2016/16tti xaa’oo kuntaala miiliyoona 23 dhiyeessuuf karoorfamuu Ministeerri Qonnaa beeksiseera. Waggoottaan sadan dhufan fedhii…
Oduu biyya keessaa F/M Birhaanuu Juulaan Korporeeshinii Indaastirii Injinariingii Raayyaa Ittisaa daawwatan Debela Tadesse Oct 20, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 9, 2016 (FBC) – Jilli Itaamaajoor Shuumii Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiildi Maarshaal Biraanuu Juulaan durfamu hojiilee Korporeeshinii Indaastirii Injinariingi…
Ispoortii Ilmi Kiristiyaanoo Roonaaldoo garee Al Naasir umrii 13 gadiif mallatteesse Sifen Megersa Oct 19, 2023 0 Finfinnee, Onkololeesa 8, 2016 (FBC) - Ilmi Kiristiyaanoo Roonaaldoo, Roonaaldoo Juuniyeer garee Al Naasir umrii 13 gadiif mallatteesseera. Roonaaldoo Juuniyeer yeroo itti aanu…
Teeknooloojii Itiyoophiyaan muuxannoo gaarii Teelee Birrii Yaa’ii Moobaayilii Idil addunyaarratti qoodde Sifen Megersa Oct 19, 2023 0 Finfinnee, Onkololeesa 8, 2016 (FBC) - Itiyoophiyaan muuxannoo gaarii Teelee Birrii Yaa'ii Moobaayilii Idil addunyaa 2023 Fiinteekirratti qooddeerti. Hojii Raawwachiiftuu Olaantuun Itiyoo…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis Gandi Leephiis Dhaabbata Turiizimiin filatamuutti gammaachuu isaanii ibsan Debela Tadesse Oct 19, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 8, 2016 (FBC)- Gandi Ikoo-Tuuriziimii Leephiis Mootummoota Gamtoomaniitti, Dhaabbata Turiizimiitiin "Ganda Turiziimii filatamaa bara 2023’’ jedhamee filatamuu…
Oduu biyya keessaa Injifannoo fi bu’aawwan argaman cimsuun qormaatilee cichoominaan ce’uutu barbaachisa… Sifen Megersa Oct 19, 2023 0 Finfinnee, Onkololeesa 8, 2016 (FBC) - Injifannoo fi bu'aawwan argaman cimsuun qormaatilee cichoominaan ce'uun barbaachisaa ta'uu Af Yaa'iin Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataa Obbo Taaggasee…