Oduu biyya keessaa Manni marichaa walga’ii idilee gaggeessuu eegale Sifen Megersa Jul 4, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2015 (FBC) – Manni Maree Federeeshinii Walga’ii Idilee 2ffaa bara hojii 2ffaa bara Paarlaamaa 6ffaa gaggeessuu eegaleera. Gabaasa Boordiin Filannoo biyyaaleesa…
Oduu biyya keessaa Hojiin nageenya waaressuu cimee itti fufa – Komishinar Dammallaas Gabramikaa’eel Sifen Megersa Jul 4, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2015 (FBC) - Poolisiin Federaalaa hojii nageenya wareessuu hojjetu cimsee kan itti fufu ta’uu Komishinarri Komishinii Poolisii Federaalaa Jeneraal Dammallaash…
Uncategorized MM Abiy Ahimad Koonsotti sagantaa Ashaaraa magariisaa eegalchiisan Sifen Megersa Jul 4, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Godina Koonsotti sagantaa Ashaaraa magariisaa boqonnaa 2ffaa eegalchiisaniiru. Ummata aadaa hojii daagaa,…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Beddelleett piroojektootni Birrii miiliyoona 900 oliin ijaaramaan eebbifaman Sifen Megersa Jul 4, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2015 (FBC) - Bulchiinsa Magaalaa Beddelleetti piroojektoonni garagaraa bara baajataa 2015 keessa Birrii miiliyoona 900 oliin hojjetaman eebbifamaniiru.…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Aggaarootti piroojektootni Birii miiliyoona 200 oliin ijaaramaan eebbifaman Sifen Megersa Jul 4, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2015 (FBC) - Magaalaa Aggaarootti piroojektootni 11 Birii miiliyoona 200 oliin ijaaraman eebbifamaniiru. Piroojaktiin qarqara laga tamsaa,gamoowwaan waajjiraalee…
Oduu biyya keessaa Qormaanni sagantaa fooyya’iinsa dandeettii kaleessa laatame haqame Sifen Megersa Jul 4, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2015 (FBC) - Qormaanni sagantaa Fooyya’iinsa Dandeetti (Remediyaalii) kaleessa laatame haqamuu Ministeerri Barnootaa beeksise. Qormaanni fooyya’iinsa dandeettii…
Oduu biyya keessaa Baankiin Misooma Afrikaa sarara humna Elektirikaa Ityoo – Keeniyaaf liqaa Yuuroo miiliyoona 26… Sifen Megersa Jul 4, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2015 (FBC) – Baankiin Misooma Afrikaa diriirsa daddabarsa sarara humna Elektirikaa Ityoo – Keeniyaa raawwachiisuuf kan oolu liqaa Yuuroo miiliyoona 26…
Oduu biyya keessaa Sandaafaa Bakkeetti piroojektoonni Birrii miiliyoona 468 oliin ijaaraman eebbifaman Sifen Megersa Jul 4, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2015 (FBC) –Jilli Itti gaafatamaa Siyaasaa Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Dooktar Biqilaa Hurriisaan durfamu magaalaa Sandaafaa Bakkeetti piroojektoota Birrii…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Godina Kibba Oomootti sagantaa Ashaaraa magariisaa eegalchiinsan Sifen Megersa Jul 4, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2015 (FBC) – Muummeen Ministira FDRI Abiy Ahimad Godina Kibba Oomoo Aanaa Nyi’angaatoomitti sagantaa Ashaaraa magariisaa eegalchiinsaniiru. Saganticharratti…
Oduu biyya keessaa Waggaa 3 keessatti uwwisa Ashaaraa magariisaa % 30 ga’uuf hojjetamaa jira – Aadde Adaanach Abeebee Sifen Megersa Jul 4, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2015 (FBC) – Finfinneetti Waggaa 3 keessatti uwwisa Ashaaraa magariisaa % 30 ga’uuf hojjetamaa jiraachuu Kantibaan magaalichaa Aadde Adaanach Abeebeen ibsan.…