Ispoortii Jilli Obbo Qajeelaa Mardaasaan durfamu Maqalee gale Sifen Megersa Jun 30, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2015 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Aadaa fi Ispoortii Obbo Qajeelaa Mardaasaan durfamu magaalaa Maqalee galeera. Jilli kun daawwannaa hojiif gara naannoo…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa qormaatilee hedduun mudataniinis milkaa’inaalee galmeessisteetti-Dooktar Laggasaa Tulluu Debela Tadesse Jun 30, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2015 (FBC)- Bara 2015 Ityoophiyaa qormaatilee hedduun keessaa fi alaan mudataniinis dameewwan hawaasummaa, diinagdee fi siyaasan milkaa’inaalee hedduu galmeessuu…
Oduu biyya keessaa Aadde Mufaariyaat humna namaa ga’umsa qaban horachuuf xiyyeeffannaan hojjetama jiraachuu ibsan Debela Tadesse Jun 30, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2015 (FBC)- Ministeerri Hojii fi Ogummaa humna namaa ga’umsa qabu, carraa hojii amansiisaa fi mijaa’aa uumuuf karoorfatee hojjechaa jiraachuu Ministirri…
Oduu biyya keessaa Sosochiin Dargaggoota tola ooltotaa baranaa boruu Asoosaatti eegala Debela Tadesse Jun 30, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2015 (FBC)- Sosochiin tajaajilaa tola ooltummaa dargaggootaa baranaa guyyaa boruu Naannoo Beenishaangul Gumuz Magaalaa Asoosaatti akka eegalu, Liigiin Dargaggootaa…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti barattoonni kumni 484 fi 994 buufataalee 1441 keessatti qormaata kutaa 8ffaa ni fudhatu… Sifen Megersa Jun 30, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2015 (FBC) – Bara kaba Oromiyaatti barattoonni kumni 484 fi 994 buufataalee kuma 1 fi 441 keessatti qormaata kutaa 8ffaa kan fudhatan ta’uu Biiroon Barnootaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan Agarsiisa Daldalaafi Dinaagdee Chaayinaa -Afrikaa 3ffaarratti hirmaacha jirti Sifen Megersa Jun 30, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2015 (FBC) - Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girma Amaanteen agarsiisa Daldalaa fi Dinaagdee Chaayinaa - Afrikaa 3ffaarratti hirmaachaa jiru. Agarsiisa…
Oduu biyya keessaa Haala dhiyeessaa fi Raabsa Xaa’oorratti naannolee fi qooda fudhattoota waliin mari’atamaa jira Sifen Megersa Jun 30, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2015 (FBC) – Ministeerri Qonnaa haala dhiyeessaa fi Raabsa Xaa’oorratti naannolee fi qooda fudhattoota waliin marii taasiisaa jira. Naannoo Oromiyaa,…
Oduu biyya keessaa Ameerikaan himannaa sarbama mirga namoomaa Ityoophiyaarra keesse kaafte Sifen Megersa Jun 30, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2015 (FBC) – Ameerikaan himannaa sarbama mirga namoomaa Ityoophiyaarra keesse kaasuun deeggarsi maallaqaa kamuu akka hin dhorkamne beeksifteetti. Waashingitan…
Oduu biyya keessaa Fandiin Qorannoo Ummataa DhMG walta’iinsa Ityoophiyaa waliin qabu akka cimsu ibse Debela Tadesse Jun 29, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2015 (FBC)- Minstirri Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsum Asaffaan, haaraa kan muudaman Ityoophiyaatti Bakka Bu’aa Qorannoo Ummataa Dhaabbata Mootummoota…
Oduu biyya keessaa Sirni Badhaasaa Haacaaluu Hundeessaa gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Jun 29, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2015 (FBC)- Sirni Badhaasa Haacaaluu Hundeessaa marsaa 2ffaan Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Sagantaa badhaasichaan dameewwan muuziqaa 12'n ulaagaa badhaasichaa…