Oduu biyya keessaa Mariin “Ityoophiyaan Haa Oomishtuu” gaggeeffamaa jira Debela Tadesse May 7, 2023 0 Finfinnee, Eebla 29, 2015 (FBC)- Waltajjiin mariin sosochii "Ityoophiyaan Haa Oomishtuu" gamaa Miliniyamiitti gaggeeffamaa jira. Maricharratti Mistira Maallaqaa Ahimad Shidee, Ministira…
Biiznasii Naannoo Kibbaatti baatiiwwan saglan darbanitti Birrii biiliyoonni 13.5 walitti qabame Debela Tadesse May 7, 2023 0 Finfinnee, Eebla 29, 2015 (FBC)- Baatiiwwan saglan darban galii Birrii biiliyoona 13.5 waliitti qabamuu Biiroo Galiiwwanii Naannichaa beeksise. Hogganaan biirichaa Obbo Yiglaxuu Abzaa,…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad egzibiishinii qonnaan eegalchiisan Debela Tadesse May 7, 2023 0 Finfinnee, Eebla 29, 2015 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad egzibiishinii Qonnaan Gola Hambaa Saayinsiitti qophaa'e eegalchiisaniiru. Egzibiishinichi mata duree "Mana yaaliirraa…
Oduu biyya keessaa Yakka shororkeessummaan barbaadamaa kan ture Gobozee Sisaay to’atame Sifen Megersa May 6, 2023 0 Finfinnee, Eebla 28, 2015 (FBC) – Naannoo Amaaraatti finxaaleyyii waliin ta'uun humnaan mootummaa diiguuf hojjetaa turuun yakka Shororkeessummaan barbaadamaa kan ture Gobozee Sisaay…
Oduu biyya keessaa Naannawaa sababa waraanaan miidhaman waloon deebisnee dhaabuu qabna- Aadde Adaanach Abeebee Sifen Megersa May 6, 2023 0 Finfinnee, Eebla 28, 2015 (FBC) – Kaaba biyyattiitti lammiilee sababa waraanaan miidhaman deebisanii ijaaruuf waloon hojjechuu qabna jedhan Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach…
Oduu biyya keessaa Nageenyi filannoo keenya yeroo maraati- Mootummaa Naannoo Amaaraa Ayana Dheressa May 6, 2023 0 Finfinnee, Eebla 28, 2015(FBC)- Mootummaan Naannoo Amaaraa nageenyi filannoo yeroo maraa naannichaa ta’uu ibseera. Mootummaan naannichaa imaammataa ijaarsa nageenyaa, misoomaafi sirna…
Oduu biyya keessaa Naannoo Somaaleetti kitaaba “Dhaloota Ida’amuu” irraa galiin Birrii miiliyoonni 400 walitti qabame Ayana Dheressa May 6, 2023 0 Finfinnee, Eebla 28, 2015(FBC)- Naannoo Somaaleetti kitaaba “Dhaloota Ida’amuu” irraa galiin Birrii miiliyoonni 400 walitti qabamuu ibsame. Maallaqichi kallattiin galii kan taasifameefi…
Oduu biyya keessaa Koreen farra malaammaltummaa magaalichaa shakkamtoota 200 to’annoo jala oolchuu ibse Ayana Dheressa May 6, 2023 0 Finfinnee, Eebla 28, 2015(FBC)- Koreen farra malaammaltummaa magaalaa Finfinnee shakkamtoota 200 to’annoo jala oolchuu Komishiniin Naamuusaafi Farra Malaanmaltummaa magaalichaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Ajandaa Ityoophiyaa diinagdee guddaa ijaaruu taasisuu qabna- MM Abiy Ahimad Ayana Dheressa May 6, 2023 0 Finfinnee, Eebla 28, 2015(FBC)- Ajandaa Ityoophiyaa diinagdee guddaa ijaaruu taasisuu qabna jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad. Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad ergaa gama…
Oduu biyya keessaa Agarsiisa kitaabaa mana kitaabaa Abrihootiin qophaa’erratti kitaabilee ida’amuu irratti xiinxalli… Ayana Dheressa May 6, 2023 0 Finfinnee, Eebla 28, 2015(FBC)- Agarsiisa kitaabaa mana kitaabaa Abrihootiin qophaa’erratti kitaabilee ida’amuu irratti xiinxalli gaggeeffamuu ibsame. Agarsiisni klitaabaa mata duree “…