Fayyaa Ka’umsaa fi mallatoo dhiibbaa dhiigaa wayita ulfaa Debela Tadesse May 18, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC)- Dhiibbaan dhiigaa wayita ulfaa mudatu, ulfa baatii afur irraa eegalee hanga baatii sagalitti akkasumaas da’umsaan booda hanga baati jahatti dhibee mudachuu…
Oduu biyya keessaa Hundeeffamni Gamtaa Afrikaa waggaa 60ffaan Caamsaa 17 eegalee kabajama jedhame Debela Tadesse May 18, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC)- Hundeeffamni waggaa 60ffaa Gamtaa Afrikaa Caamsaa 17, 2015 eegalee sagantaalee garaagaraan akka kabajamu Ministeerri Dhimma Alaa ibse. Dubbii Himaan…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Ittaantuu Pireezidaantii Kolombiyaa waliin mari’atan Debela Tadesse May 18, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ittaantuu Pireezidaantii Kolombiyaa Firaansiis Maarkeez Waliin mari’ataniiru. Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad gama…
Ispoortii Taphoonni deebii walakkaa xumuraa Liigii Awurooppaa har’a ni taphatamu Sifen Megersa May 18, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC) – Taphoonni deebii walakkaa xumuraa Liigii Awurooppaa har’a galgala sa’aatii 4:00 irraa eegaluun ni taphatamu. Falmiin Siiviiyaan Juuveentuus,…
Idil Addunyaa Biyyoonni miseensa garee 7 qoqqoobbii Raashiyaarra kaa’aan caalmatti cimsuuf mari’ataa jiru Sifen Megersa May 18, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC) – Raashiyaan tarkaanfii Yuukreenirratti fudhaataa jirtu akka dhaabduuf biyyoonni miseensa garee 7 qoqqoobbii biyyattiirra kaa’aan caalmatti cimsuuf…
Oduu biyya keessaa Yeroon Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa itti laatamu ifoome Sifen Megersa May 18, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC) –Ministeerri Barnootaa yeroo Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2015 itti laatamu ifoomseera. Qormaatichi Adoolessaa 19 -30, 2015tti…
Oduu biyya keessaa Jilli Koomishinii Invastimantii Beejiingitti dhaabbilee garaagaraa daawwate Debela Tadesse May 18, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC)- Gareen Jilaa Komishinii Invastimantii Ityoophiyaa Chaayinaa Beejiingitti dhaabbilee garaagaraa daawwateera. Haaluma kanaan jilichi sochii hojii Zoonii…
Oduu biyya keessaa Galmeen jechoota Seeraa Afaan Oromoo eebbifame Debela Tadesse May 18, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC)- Instiitiyuutiin Leenjii fi Qo'annoo Seeraa Oromiyaa kitaaba galmee jechoota seeraa qopheessee ebbisise. Galmechi jechoota Seeraa Afaan Ingilizii irraa…
Idil Addunyaa Jeequmsa Sudaniif deebii hatattamaa kennuuf Doolaarri miiliyoona 209 gaafatame Debela Tadesse May 18, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC)- Dhabbanni Godaantota Idil Addunyaa (IOM) jeequmsa Sudaanitti mudateen lammiilee miidhaaf saaxilamaniif deeggarsa taasisuuf Doolaara miiliyoona 209…
Oduu biyya keessaa Argisiisni Konistiraakshinii Galma miliniyamiitti eegale Debela Tadesse May 18, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 10 ,2015 (FBC)- Ityoophiyaatti Argisiisnii Konistiraakshinii Caamsaa 10-12, 2015 turu Finfinnee Galma Miliniyamiitti gaggeeffamuu eeagale. Argisiisaa Ministeerri…