Ispoortii Atileet Siifan Hasan Maaraatoonii Landan injifatte Debela Tadesse Apr 23, 2023 0 Finfinnee, Eebla 15, 2015 (FBC)- Atileet Siifan Hasan dorgommii fiigichaa maaraatoonii Landan 2023 injifatteetti. Atileet Siifan Hasan dhalattuu Ityoophiyaa, Neezerlaandiif fiigdu ta’uun…
Oduu biyya keessaa Naannoo Amaaraatti sochii hojii dhaabuun kufaatiin diinagdee akka mudatuuf qaamoleen tattaafatan… Debela Tadesse Apr 23, 2023 0 Finfinnee, Eebla 15, 2015 (FBC)- Naannoo Amaaraatti sochii hojii dhaabuun kufaatiin diinagdee akka mudatuu fi jireenyi ummataa akka walbuusuuf qaamoleen tattaafatan sirrachuu akka qaban…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa Ameerikaa waliin mari’atan Debela Tadesse Apr 23, 2023 0 Finfinnee, Eebla 15, 2015 (FBC)- Ittaanaa Muummee Ministiraa Fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Gaanfa Afrikaatti Ergama Addaa Ameerikaa Ambaasaaddar Maayik Hamar waliin…
Ispoortii Waldorgommiin Atileetiksii Oromiyaa 14ffaan Asallaatti eegale Debela Tadesse Apr 23, 2023 0 Finfinnee, Eebla 15, 2015 (FBC)- Waldorgommiin Shaampiyoonaa Kilaboota Atileetiksii Oromiyaa 14ffaan Asallaatti jalqabeera. Waldorgommichi Istaadiyeemii Magariisaa Bulchiinsa Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Artist Zarihuun Wadaajoo Ashaaraan isaa bara baraan jiraata- Pir. Shimallis Abdiisaa Debela Tadesse Apr 23, 2023 0 Finfinnee, Eebla 15, 2015 (FBC)- Artisti Zarihuun Wadaajoo du’aan addunyaa kanarraa darbus Ashaaraan isaa bara baraan jiraata jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo shimallis…
Oduu biyya keessaa Artisti Zarihuun Wadaajoo Boqote Debela Tadesse Apr 23, 2023 0 Finfinnee, Eebla 15, 2015 (FBC)- Qabsaa’aa fi weellisaa hangafa Zarihuun Wadaajoo du'aan Addunyaa kanarraa boqoteera. Artist Zarihuun walleewwan qabsoo, Jaalalaa, jalala biyyaa fi kanneen…
Idil Addunyaa Biyyoonni garaagaraa dippiloomaatota isaanii Sudaanii baasuufi Debela Tadesse Apr 22, 2023 0 Finfinnee, Eebla 14, 2015 (FBC)-Biyyoonni garaagaraa dippiloomaatotaa fi lammiilee isaanii Sudaanii baasuuf qophiin taasifamaa jiraachuun ibsame. Ajajaan Humna Waraanaa Sudaan Jeneraal…
Teeknooloojii Dhaabbileen Raashiyaa Damee Diinagdee Diijitaalaa Ityoophiyaarratti hirmaachuuf mariin dandeessisu… Sifen Megersa Apr 22, 2023 0 Finfinnee, Eebla 14, 2015 (FBC) – Ministeerri Innooveeshinii fi Teeknooloojii Dhaabbilee Raashiyaa waliin marii Damee Diinagdee Diijitaalaa Ityoophiyaarratti hirmaachuuf dandeessisu taasise.…
Idil Addunyaa Lolli Sudaan jabaatee itti fufuu hordofee dippilomaatonnifi lammiileen biyyoota biroo biyyattii… Sifen Megersa Apr 22, 2023 0 Finfinnee, Eebla 14, 2015 (FBC) – Lolli Sudaan jabaatee itti fufuu hordofee dippilomaatonnifi lammiileen biyyoota biroo geejjiba qilleensan biyyattii bahaa jiraachuu Humni Waraana Sudaan…
Ispoortii Piriimaayer Liigii Ityoophiyaa torbee 20ffaan har’a taphoonni lama ni taphatamu Sifen Megersa Apr 22, 2023 0 Finfinnee, Eebla 14, 2015 (FBC) – Taphoota Beetkiingii Piriimaayer Liigii Ityoophiyaa torbee 20ffaan har’a taphni Qidduus Giyoorgisii fi Faasil gidduutti taphatamu ni eegama. Har’a…