Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Magaalaa Mooroonii galan Sifen Megersa Apr 25, 2023 0 Finfinnee, Eebla 17, 2015 (FBC) –Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin daawwannaa hojiif Magaalaa Guddoo Koomooroos Mooroonii galaniiru.…
Fayyaa Oromiyaatti Duulli Qindaa’aa Talaallii Kaansarii fiixee gadameessaa fi Covid-19 eegale Sifen Megersa Apr 25, 2023 0 Finfinnee, Eebla 17, 2015 (FBC) – Biiroon Fayyaa Oromiyaa Duula Qindaa’aa Talaallii Kaansarii fiixee gadameessaa fi Covid-19 marsaa 4ffaa har'a magaalaa Mojootti jalqabsiise. Kaansariin…
Oduu biyya keessaa Haalli Ityoophiyaan rakkoo keessoo ishee itti furatte fakkeenya gaariidha – Ambaasaaddar Misgaanuu… Sifen Megersa Apr 25, 2023 0 Finfinnee, Eebla 17, 2015 (FBC) –Qajeeltoo rakkoo Afrikaaf furmaata Afrikaa jedhuuf haalli Ityoophiyaan rakkoo keessoo ishee itti furatte fakkeenya gaarii ta’uu Ministir Deetaan Ministeera…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Tafarraa Darriboon xaalayaa muudama isaanii Pireezidaanti Shii Jiinpiingif dhiyeessan Sifen Megersa Apr 25, 2023 0 Finfinnee, Eebla 17, 2015 (FBC) –Ambaasaaddar Tafarraa Darriboon xaalayaa muudama isaanii Pireezidaantii Chaayinaa Shii Jiinpiingif dhiyeessaniiru. Ambaasaaddar Tafarraa Darriboon…
Oduu biyya keessaa Reenfi Artistii Zarihun Wadaajoo buufata Xiyyaaraa idil Addunyaa Booleetti simatame Sifen Megersa Apr 25, 2023 0 Finfinnee, Eebla 17, 2015 (FBC) – Reenfi Artistii hangafaafi qabsaa'aa Oromoo Zarihuun Wadaajoo buufata Xiyyaaraa idil Addunyaa Booleetti simatameera. Simannaa kanarratti Pireezidaantii…
Oduu biyya keessaa Komishiniin Haaromsa Biyyaalessaa hojii qophii duraa xumuruu beeksise Debela Tadesse Apr 24, 2023 0 Finfinnee, Eebla 16, 2015 (FBC)- Komishiniin Haaromsa Biyyaalessaa hojii qophii duraa xumuruun sadarkaa garaa hojiitti hiikuurraa ga’uu beeksise. Walitti Qabaan Mana Maree…
Biiznasii Meeshaaleen kontirobaandii Birrii miiliyoona 447 olitti tilmaamamu to’ataman Debela Tadesse Apr 24, 2023 0 Finfinnee, Eebla 16,2015 (FBC)-Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 447.9 olitti tilmaamaman to’annoo jala ooluu Komishiniin Gumurukaa beeksise. Meeshaaleen kunneen Bitootessa 29…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Mana Barumsaa Haayile Sillassee Zanzibaaritti argamu daawwatan Debela Tadesse Apr 24, 2023 0 Finfinnee, Eebla 16, 2015 (FBC)- Taanzaaniyaa daawwachaa kan jiran Itti Aanaan Muummee Ministeeraa fi Ministirri Dhimma Alaa Dammaqaa Mokonniin, Zaanzibaaritti Mana Barumsaa Sadarkaa 2ffaa…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Gamtaa Awurooppaa Ityoophiyaatti nageenyi waaraa mirkaneessuuf deeggarsa akka taasisu… Debela Tadesse Apr 24, 2023 0 Finfinnee, Eebla 16, 2015 (FBC)-Manni Maree Gamtaa Awurooppaa nagaa waaraa mirkaneessuuf tattaaffii Ityoophiyaan taasiftu akka deeggaru murtee har’aa dabarseen mirkaneesseera. Manni maree…
Oduu biyya keessaa Sirni Gadaa Melbaa Oromoo Sooddoo hundeessuu gaggeeffame Debela Tadesse Apr 24, 2023 0 Finfinnee Eebla 16 ,2015 (FBC)- Sirni Gadaa Melbaa Oromoo Sooddoo hundeessuu Aanaa Sadan Sooddoo Odaa Kallachaatti gaggeeffameera. Sirnoota darbanitti dhiibbaawwan Oromoo Sooddoorra ga’aa…