Idil Addunyaa Boolaa Tiinuubuun Pireezidaantii Naayijeeriyaa ta’uun filataman Ayana Dheressa Mar 1, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2015(FBC)- Filannoo pireezidaantummaa Naayijeeriyaatti gaggeeffameen Boolaa Tiinuubuun Pireezidaantii haaraa biyyattii ta’uun filatamuu gabaafameera.…
Oduu biyya keessaa Deeggarsi bulchiinsi magaalichaa hawaasa Godina Booranaaf erge godinichaa qaqqabe Sifen Megersa Mar 1, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2015 (FBC) – Deeggarsi Bulchiinsi Maagaala Finfinnee horsiisee Bultoota Godina Booranaa hongeen miidhamaniif erge godinicha gaheera. Deeggarsa Birrii miiliyoona…
Oduu biyya keessaa Guyyaa injifannoo Adwaa 127ffaa haala ho’aa kan kabajan ta’uu jiraattonni magaalaa Adwaa ibsan Ayana Dheressa Mar 1, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2015(FBC)- Guyyaa injifannoo Adwaa 127ffaa haala ho’aa ta’een kan kabajan ta’uu jiraattonni magaalaa Adwaa ibsaniiru. Jiraattonni magaalichaa turtii Faanaa…
Oduu biyya keessaa Ummata gaafa rakkoo nu deeggaraa ture baraaruuf tumsa taasifnu cimsinee itti fufna – Leetanaal… Sifen Megersa Mar 1, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2015 (FBC) – Ummata Booranaa gaafa rakkoo nu deeggaraa ture baraaruuf tumsa deeggarsa taasifnu cimsinee itti fufna jedhan Ajajaa Olaanaan Humna Qilleensaa…
Oduu biyya keessaa Godinaalee Oromiyaa 10tti namoota hongeen miidhamanif deeggarsi taasifamaa jira – BMNO Sifen Megersa Mar 1, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2015 (FBC) – Godinaalee Oromiyaa 10tti namoota hongeen miidhamanif deeggarsi taasifamaa jiraachuu Itti Aanaan Pireezidaantii mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa walitti qabuuf sagantaa qopheessuu beeksise Sifen Megersa Mar 1, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2015 (FBC) – Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa Ityoophiyaa lammiilee Godina Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa walitti qabuuf sagantaa qopheessuu beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Mariin Paanaalii Injifannoo Adwaa 127ffaan gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Mar 1, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2015(FBC)- Mariin Paanaalii Biyyaalessaa Injifannoo Adwaa 127ffaan Qajeelcha Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaatti gaggeeffamuu eegaleera. Injifannoon Adwaa…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Sagantaa Nyaataa Manneen Barnootaa Afrikaa kabajamaa jira Sifen Megersa Mar 1, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2015 (FBC) – Guyyaan Sagantaa Nyaataa Manneen Barnootaa Afrikaa 8ffaan Galma Walga'ii Gamtaa Afrikaatti kabajamaa jira. Sirna bittaa galtee nyaataa biyya…
Oduu biyya keessaa Adwaan dirree injifannoo ta’uu bira darbee tokkummaan waliin dhaabbachuun icciitii injifannoo ta’uu… Sifen Megersa Mar 1, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Injifannoo Adwaa waggaa 127ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Sababni guddaan Ayyaana Injifannoo Adwaa olkaafnee akka kabajnu ni taasisu injifannichi kan hunda… Ayana Dheressa Mar 1, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2015(FBC)- Sababiiwwan Ayyaana Injifannoo Adwaa olkaafnee akka kabajnu nugodhan hedduun jiraatanis sababiin inni guddaan injifannichi kan hunda keenyaa ta'uusaati…