Ispoortii Guyyaan tapha Waancaa Afrikaa 2024 ifoome Debela Tadesse Mar 31, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 22, 2015 (FBC)- ‘CAF’ baatii fi guyyaa taphni Waancaa Afrikaa bara Faranjootaa 2024 Kotdiivaaritti gaggeeffamu ifoomse. Konfedereeshiniin Kubbaa Miilaa Afrikaa akka…
Oduu biyya keessaa Karaa walfakkaatuun xaa’oofi sanyii filatamaa waliin gahuuf hojjetamaa jira- BQO Ayana Dheressa Mar 31, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 22, 2015(FBC)- Karaa walfakkaatuun xaa’oofi sanyii filatamaa waliin gahuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise. Kan bara darbeerra bara kana roobni…
Biiznasii Waldaalee fi Daldaltoota oomishaalee dhoksanirratti to’annoon ni taasifama jedhame Sifen Megersa Mar 30, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2015 (FBC) – Waldaalee Hojii Gamtaa fi dhaabbilee Daldaltoota oomisha dhoksanirratti to'annoo fi hordoffiin kan taasifamu ta'uu Itti Aanaan Kantibaa Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Qooda fudhattoota sharafaa fi daddabarsa maallaqa seeran alaa keessatti hirmaatan adda baasuun… Sifen Megersa Mar 30, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2015 (FBC) – Tajaajilli Odeeffannoo fi Tika biyyaalessaa fi Baankiin Biyyaalessaa qaamolee sharafaa fi daddabarsa maallaqa seeran alaa keessatti hirmaatan qorannoon…
Oduu biyya keessaa Tamirri qulqullinni isaa hin eegamneefi same gabaaf dhiyaachuuf ture mana nama dhuunfaa keessatti… Ayana Dheressa Mar 30, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2015(FBC)- Tamirri qulqullinni isaa hin eegamneefi same gabaaf dhiyaachuuf ture mana nama dhuunfaa keessatti to’atamuu Poolisiin Magaalaa Finfinnee beeksise.…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen Chaayinaa Ityoophiyaatti damee albuudaarratti bobba’uuf fedhii qabaachuu ibsan Ayana Dheressa Mar 30, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2015(FBC)- Ministirri Ministeera Albuudaa Injinar Habtaamuu Tagany abbootii qabeenyaa Chaayinaa waliin mari’ataniiru. Maricharratti abbootii qabeenyaa Chaayinaaf…
Oduu biyya keessaa Godina Arsii lixaatti hawaasa hongeen miidhamaniif deeggarsi akaakuu Birrii miiliyoona 3 olii… Ayana Dheressa Mar 30, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2015(FBC)- Godina Arsii lixaatti hawaasa hongeen miidhamaniif deeggarsi akaakuu Birrii miiliyoona 3 olii taasifameera. Hawaasni godinichaafi sektarri fayyaa…
Oduu biyya keessaa Kaabineen naannoo Hararii murtoo dabarse Ayana Dheressa Mar 30, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2015(FBC)- Kaabineen bulchiinsa mootummaa naannoo Hararii wixineewwan labsii garaagaraarratti mari’achuun murtoo dabarseera. Kaabineen naannichaa Danbii Ittiin…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen kenniinsa tajaajilaa Bulchiinsa magaalichaatti ijaaramaa jiran hirmaannaa uummataa ni… Ayana Dheressa Mar 30, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2015(FBC)- Dhaabbileen kenniinsa tajaajilaa Bulchiinsa magaalaa Dirree Dawaafi tumsa uummataan ijaaramaa jiran hirmaannaa uummataa kan guddisan ta’uu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Himanni Aanga’oota ABUT irratti banamee ture adda cite Sifen Megersa Mar 30, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2015 (FBC) – Himanni hoggantoota waraanaa fi siiviilii ABUT yakkaan shakkamanirratti banamee ture adda cituu ibsame. Waliigaltee Nageenyaa mootummaa Ityoophiyaa…