Biiznasii Invastimantii alaarraa Doolaarri biiliyoona 1.8 ol argame Debela Tadesse Feb 13, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2015 (FBC)- Walakkaa waggaatti invastimantii alaarraa Doolaarri biiliyoona 1.8 ol argamuun ibsame. Baatiiwwan ja’an darban invastimantii alaarraa Doolaaraa…
Oduu biyya keessaa Meeshaalee konteenaraan saamsuun sharafa alaa Doolaara miiliyoona 1.9 hambisuun eerame Debela Tadesse Feb 13, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2015 (FBC)- Meeshaalee daldala alaa biyya keessatti konteenaraan saamsuun baasii sharafa alaa Doolaara miiliyoona 1.9 ol baraaruun akka danda’ame ibsame.…
Oduu biyya keessaa Hariiroon gam-lamee Ityoophiyaafi Sudaan fooyya’uu ibsame Ayana Dheressa Feb 13, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2015(FBC)- Hariiroon gam-lamee Ityoophiyaafi Sudaan akka fooyya’uuf hojiileen dippiloomaasii bu’aa qabeessi hojjetamuu Ministeerri Dhimma Alaa ibse. Komishiniin…
Idil Addunyaa Turkii Kibbaa fi Sooriyaa Kaabaatti lakkoofsi namoota balaa kirkiraa lafaan du’anii kuma 33 caale Sifen Megersa Feb 13, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2015 (FBC) – Balaa kirkira lafaa torbee har’aa eegalee yeroo lamaaf Turkii Kibbaa fi Sooriyaa Kaabaatti mudateen lakkoofsi namoota du’anii kuma 33 caaluu gabaafame.…
Oduu biyya keessaa Dorgommiin Shaampiyoonaa Ispoortii aanaalee godina Jimmaa 29ffaan eegale Sifen Megersa Feb 13, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2015 (FBC) – Dorgommiin Shaampiyoonaa Ispoortii aanaalee godina Jimmaa 29ffaa har’a eegaleera. Dorgommiin aanaalee godinichaa hunda hirmaachise kun Kubbaa miilaa…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensicha fi IGAD waliigaltee sanadaa mallatteessan Debela Tadesse Feb 13, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2015 (FBC)-Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa fi Dhaabbanni Misooma Mootummoota Baha Afrikaa Geejjibaa Qilleensaa Ardichaarratti waliin hojjechuuf waliigaltee sanadaa…
Oduu biyya keessaa Barana guddina oomishaa biyyaa keessaa fooyya’aatu eegama-Ministeericha Debela Tadesse Feb 13, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2015 (FBC)- Barana guddina oomisha biyya keessaa fooyya’aan akka eegamu Ministeerri Pilaanii fi Misoomaa beeksise. Ministeerichi raawwii hojii baatiiwwan ja’an…
Oduu biyya keessaa Humni Eeggataa Afrikaa Bahaa ergama isaa akka bahatu gama faayinaansii fi humna namaan biyyoonni… Debela Tadesse Feb 13, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2015 (FBC)- Humni eeggataa Afrikaa Bahaa ergama isaa akka bahatu gama faayinaansii fi humna namaa fi yeroon biyyoonni miseensotaa gatii barbaachisaa kaffalaniiru…
Oduu biyya keessaa Sagantaa fooyya’iinsa Dandeettiin Yuunivarsiitiwwan mootummaa fi filannoowwan garaagaraan barnoota… Sifen Megersa Feb 13, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2015 (FBC) – Ministeerri Barnootaa Sagantaa fooyya’iinsa Dandeettii(Remedial Program) Yuunivarsiitiwwan mootummaa fi filannoowwan garaagaraan barnoota hordofuuf…
Oduu biyya keessaa Manni Maree naannoo Uummattoota Kibba Lixa Ityoophiaa yaa’ii idileesaa gaggeessaa jira Ayana Dheressa Feb 13, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2015(FBC)- Manni Maree Naannoo Uummattota Kibba Lixa Ityoophiyaa Yaa’ii Idilee 3ffaa Mana Maree 6ffaa bara hojii 2ffaa magaalaa Tarcaatti gaggeessaa jira.…