Oduu biyya keessaa Balaa ibiddaan manneen jireenyaa 9 miidhaman Debela Tadesse Feb 15, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 8, 2015 (FBC)- Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Addis Katamaa Aanaa 6tti balaa ibiddaa mudateen manneen jireenyaa sagal irra miidhaan qaqqabuu Koomishiniin Hoggansa…
Oduu biyya keessaa Gamtaa Afrikaan kan durfamuu adeemsi nageenyaa qajeeltoo ‘Rakkoolee Afrikaaf Furmaataa Afrikummaa’… Debela Tadesse Feb 15, 2023 0 Finfinnee, Gurandhala 8, 2015 (FBC)- Gamtaa Afrikaan kan durfamu adeemsi nageenyaa qajeeltoo ‘Rakkoolee Afrikaaf furmaataa Afrikummaa’ kan mirkaneesseedha jechuun Itti Aanaan Muummee…
Idil Addunyaa Walga’iin Mana Maree Hojii Raawwachiiftoota Gamtaa Afrikaa 42ffaan gaggeeffamuu eegale Debela Tadesse Feb 15, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 8, 2015 (FBC)- Manni Maree Hojii Raawwachiiftootaa Gamtaa Afrikaa walga’ii 42ffaa Finfinnee galma gamtichaatti gaggeeffamu eegaleera. Walga’ii mana marichaarratti…
Ispoortii Gareen Ityoophiyaa bakka bu’uun dorgommii manneen barnootaarratti hirmaatu gara… Debela Tadesse Feb 15, 2023 0 Finfinnee, Gurandhala 8, 2015 (FBC)- Gareen Kubbaa miilaa manneen Barnoota Naannoo Oromiyaa irraa Ityoophiyaa bakka bu'uun dorgommii manneen barnootaa Taanzaaniyaatti qophaa’erratti…
Fayyaa Oromiyaatti miseensota inshuraansii fayyaa miiliyoona 25 guddisuuf hojjetamaa jira jedhame Debela Tadesse Feb 15, 2023 0 Finfinnee, Gurandhala 8, 2015 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti lakkoofsa miseensota inshuraansii fayyaa hawaasaa miiliyoona 25’tti guddisuuf hojjetamaa jiraachuun ibsame. Biiroon Fayyaa…
Oduu biyya keessaa Akkaadaamiin Hoggansaa Afrikaa fooramii Paan Afrikaaniizimii jalqabaa gaggeessuufi Debela Tadesse Feb 15, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 8, 2015 (FBC)- Akkaadaamiin hoggansa Afrikaa Fooramii Paan Afrikaaniizimii jalqabaa gaggeessuuf akka ta’e ibsame. Fooramichis Dilbata dhufu giddugalaa leenjii…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Sahilawarqi miidhaa kirkiraa lafaa Sooriyaa fi Turkitti ga’een gadda itti dhaga’ame… Debela Tadesse Feb 15, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 8, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen balaa kirkira lafaa Sooriyaa fi Turkiitti mudateen miidha ga’een gaddaa isaanitti dhaga’ame ibsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Awutoobisoonni Shaggar barsiisoota fi hoggaantoota manneen barnootaa Finfinneef tajaajila akka… Debela Tadesse Feb 15, 2023 0 Finfinnee, Gurandhala 8, 2015 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti Awutoobisoonni Shaggar barsiisoota fi hoggaantoota manneen barnootaa magaalichaf tajaajila akka kennan murtaa’ee. Kana dura…
Oduu biyya keessaa Godina Matakkalitti waliigalteen araara nageenya gaggeeffame Debela Tadesse Feb 15, 2023 0 Finfinnee, Gurandhala 8, 2015 (FBC)- Sagantaan waliigaltee araara nageenyaa mata duree “Nageenya mul’ate gara nageenya waaraa mirkaneessuutti” jedhuun Godina Matakkalitti gaggeeffaeera.…
Oduu biyya keessaa Naannoon Sabaa fi Sablammoota Ummattoota Kibbaa yaa’ii idilee gaggeessaa jira Debela Tadesse Feb 15, 2023 0 Finfinnee, Gurandhala 8, 2015 (FBC)- Naannoon Sabaa fi Sablammoota Ummattoota Kibbaa Magaalaa Hawaasaatti yaa’ii idilee gaggeessuu eegalaeera. Yaa’ichan manni marichaa raawwii karooraa…