Oduu biyya keessaa Warshaa Saamunaa Walisoorra balaan ibiddaa qaqqabe Debela Tadesse Feb 15, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 8, 2015 (FBC)- Warshaa saamunaa Magaalaa Walisoorraa balaan ibiddaa mudateen qabeenyarraa miidhaan qaqqabee. Itti Gaafatamaan Buusaa Gonofa Magaalaa Walisoo Obbo…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Ministiraa Dhimma Alaa fi Walta’iinsa Idil Addunyaa Somaaliyaa waliin… Debela Tadesse Feb 15, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 8, 2015 (FBC)- Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimmaa Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Ministira Dhimma Alaa fi Walta’iinsa Idil Addunyaa Somaaliyaa Abishiir…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Keeniyaan raawwii waliigalteewwan walii mallateessanii gamaaggaman Debela Tadesse Feb 15, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 8, 2015 (FBC)- Ityoophiyaa fi Keeniyaan raawwii waliigalteewwan walii mallateessanii gamaaggamaniiru. Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Chaayinaan hariiroo isaanii cimsuuf waliigalan Debela Tadesse Feb 15, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 8, 2015 (FBC)- Ya’ii Ministiroota Gamtaa Afrikaa cinaatti Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaa fi Afrikaatti Ergamaan Addaa Chaayinaa…
Oduu biyya keessaa Yaa’ii Gamtaa Afrikaarraa fayyadamuu qabna-Aadde Adaanech Abeebee Debela Tadesse Feb 15, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 8, 2015 (FBC)-Ityoophiyaan nagaa taatee Yaa'ii Gamtaa Afrikaa keessumeessuun, carraan argamerraa fayyadamuu qabna jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech…
Oduu biyya keessaa Tattaaffiin Fayyadamummaa waloo Naannawaa Daldala Walabaa Afrikaa mirkanneessuu cimee itti fufuu… Debela Tadesse Feb 15, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 8, 2015 (FBC)- Tattaaffiin Fayyadamummaa waloo Naannawaa daldala Walabaa Afrikaanootaa mirkanneessuuf taasifamu cimee itti fufuu akka qabu Ambaassaddar Albeerti…
Oduu biyya keessaa Naannawaan daldala Walabaa Afrikaa diinagdeen akka dandamatuu fi daldala saffisiisuuf… Debela Tadesse Feb 15, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 8, 2015 (FBC)- Afrikaatti Barreessaa Eeggataa Koomishinii Gamtaa Awurooppaa Antooniyoo Peediroon Naannawaan Daldala Walabaa Afrikaa diinagdeen ardichaa akka dandamatuu…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Gamtaa Afrikaa nagaan akka xumuramuuf qophii taasisuun hojjechaa jiraachuu Humni Waloo Tikaa… Debela Tadesse Feb 15, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 8, 2015 (FBC)- Yaa’iin dureewwan Gamtaa Afrikaa nagaan akka xumuramuuf qophii barbaachisaa taasisuun hojiitti seenuu Humni Waloo Tikaa fi Nageenyaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitii fi jiraattoonni Amboo hawaasa Booranaaf deeggarsa Birrii miliyoona 4 taasisan Debela Tadesse Feb 15, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 8, 2015 (FBC)- Yuunivarsiitiin Amboo fi jiraattonni magaalichaa Godina Booranaa Aanaa Yaaballootti hawaasaa horsiisee bultoota hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii…
Oduu biyya keessaa Afrikaan hojiilee rakkoolee fayyaa fi wabii nyaataa itti fufiinsaan furuu dandeessisan hojjechaa… Debela Tadesse Feb 15, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 8, 2015 (FBC)- Afrikaan rakkoolee fayyaa fi wabii nyaataa ishee itti fufiinsaan furuuf hojiilee dandeessisan hojjechaa jiraachuu Dura Ta’aan Koomishinii Gamtaa Afrikaa…