Ispoortii Sirni Awwaalcha Peelee raawwate Debela Tadesse Jan 4, 2023 0 Finfinnee, Mudde 26, 2015 (FBC)- Sirni awwaalcha mootii kubbaa miilaa lammii Biraaziil Peelee raawwateera. Yeroo sadii waancaa addunyaa injifachuun seenaa hojjeteen kan hedduu faarfamu…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan haa oomishtuurratti hirmaadhaa-MM Abiy Ahimad Debela Tadesse Jan 4, 2023 0 Finfinnee, Mudde 26, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI sagantaa Ityoophiyaan haa oomshturratti hirmaadhaa jechuun waamicha dhiyeessan. Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad ergaa gama…
Oduu biyya keessaa Piroojektiin ijaarsa nageenyaa naannawaa Ollaa Oromiyaa fi Beenishaanguul Gumuz irratti hojjetu… Sifen Megersa Jan 4, 2023 0 Finfinnee, Mudde 26, 2015 (FBC) – Piroojektiin naannawaa Ollaa Oromiyaa fi Beenishaanguul Gumuzitti ijaarsa nageenyaa fi walitti bu’iinsaaf deebii laachuurratti hojjetu ifoomeera.…
Oduu biyya keessaa Baankiin Misoomaa Ityoophiyaa maashinoota haamee calleessu 9 maamiltootaaf dabarse Debela Tadesse Jan 4, 2023 0 Finfinnee, Mudde 26, 2015 (FBC)-Baankiin Misoomaa Ityoophiyaa deeggarsa maallaqaa Baankii Misoomaa Jarmanirraa argameen maashinoota haamee calleessu sagal liizii faayinaansiin maamiltootaaf…
Oduu biyya keessaa Hawaasni ayyaanoota wayita kabajan Balaa tasaa fi Ibiddaaf of eeggannoo akka taasiisan komishinichi… Sifen Megersa Jan 4, 2023 0 Finfinnee, Mudde 26, 2015 (FBC) – Hawaasni ayyaanoota Qillee fi Cuuphaa wayita kabajan Balaa Tasaa fi Ibiddaaf of eeggannoo taasiisuu akka qaban Komishiniiin Hoggansa Balaa fi Ibiddaa…
Oduu biyya keessaa Hoggantoota tasgabbii Naannoo Tigraayiif gumaachaaniif beekamtiin kenname Debela Tadesse Jan 4, 2023 0 Finfinnee, Mudde 26 , 2015 (FBC)- Hoggantoota tasgabbii fi deebisanii dandamachiisuu Naannoo Tigraayii keessatti gumaacha taasisaniif beekamtiin kenname. Waltajjiin beekamtii kun mata…
Ispoortii Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaleessaa Ityoophiyaa Morookootti imale Debela Tadesse Jan 4, 2023 0 Finfinnee, Mudde 26, 2015(FBC)- Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaleessaa Ityoophiyaa dorgommii Chaan irratti hirmaachuuf gara Moorookootti imaleera. Garichi imala isaa jalaqabaa jibti Kaayiroo…
Oduu biyya keessaa Naannoo Tigraayitti hospitaalota 8 dabalatee buufataaleen fayyaa 26 tajaajila kennuu eegaluu ibsame Ayana Dheressa Jan 3, 2023 0 Finfinnee, Mudde 25, 2015(FBC)- Naannoo Tigraayitti hospitaalota 8 dabalatee buufataaleen fayyaa 26 tajaajila bu’uuraa kennuu eegaluu ibsame. Dhaabbilen fayyaa tajaajila eegalan kunneen…
Ispoortii Lammiileen Biraaziil Mootii kubbaa miilaa isaanii Peelee kabajaan gaggeessaniiru Debela Tadesse Jan 3, 2023 0 Finfinnee, Mudde 25, 2015(FBC)- Lammiileen Biraaziil mootii fi urjii kubbaa miilaa isaanii Peelee kabajaan gaggeessaniiru. Peeleen dhibee kaansarii mar’imaaniin dhukkubsachaa…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi eeyyama faddaaltota kuma 8fi 517 haquu beeksise Ayana Dheressa Jan 3, 2023 0 Finfinnee, Mudde 25, 2015(FBC)-Ministeerri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa eeyyama faddaaltota kuma 8 fi 517 haquu beeksiseera. Faddaaltonni kunneen hojii faddaalummaa midhaanii,…