Oduu biyya keessaa Kabajni Ayyaana Cuuphaa karaa nagaan xumurame – KPO Sifen Megersa Jan 20, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2015 (FBC) – Kabajni Ayyaana Cuuphaa bara kanaa karaa nagaan xumuramuu Komishiniin Poolisii Oromiyaa beeksiise. Naannoo Oromiyaatti Kabajni Ayyaana Cuuphaa bara…
Idil Addunyaa Riippaabilika Dimookiraatawaa Koongootti dooniin cabuun namoonni 145 achi buuteen isaanii dhabame Ayana Dheressa Jan 20, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2015(FBC)- Riippaabilika Dimookiraatawaa Koongoo laga Luuloong irratti dooniin cabuun namoonni 145 achi buuteen isaanii dhabamuu gabaafame. Ka’umsi balichaa …
Biiznasii Magaalattiitti taarifa gatii geejjibaarratti fooyya’iinsi taasifame Debela Tadesse Jan 20, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2015 (FBC)-Baatii Amajjii gatii qinxaaboo boba’aa irraatti sirreeffama gatii taasifame tilmaama keessa galchuun taarifa gatii geejjibaarratti fooyya’iinsi taasifamuu…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1fi 173 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an Ayana Dheressa Jan 20, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2015(FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1fi 173 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu ibsame. Lammiilee kanneen keessaa 1fi 161 dhiirota yoo ta’an 12 guddattoota…
Oduu biyya keessaa Biriitaaniyaan Paawundii miiliyoona 16 Ityoophiyaaf deeggarsa taasiisuufi Sifen Megersa Jan 20, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2015 (FBC) – Biriitaaniyaan Ityoophiyaatti naannawaa hongee fi sababa rakkoo nageenyaan miidhamaniif kan oolu Paawundii miiliyoona 16 deeggarsa taasiisuuf ta’uu…
Biiznasii Biirichi Baatiwwan 6’n darban abbootii Qabeenyaa kaappitaala Birrii biiliyoona 95 ol galmeessan kuma… Sifen Megersa Jan 20, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2015 (FBC) – Biiroon Invastimantii fi Indaastirii Oromiyaa Baatiwwan 6’n darban abbootii Qabeenyaa kaappitaala Birrii biiliyoona 95 ol galmeessan kuma 2 fi 754…
Uncategorized Muudama Obbo Magos Baalchaa Gabramadihiin Sifen Megersa Jan 20, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2015 (FBC) – Obbo Mogas Baalchaa Gabramadihiin Sadarkaa Itti Aanaa Kantibaatti Itti Gaafatamaa Waajjira Qindeessaa Ijaarsa Sirna Diiimookiraasii bulchiinsa magaalaa…
Oduu biyya keessaa Karri Ba’iinsa Adaamaa daandii Saffisaa Finfinnee – Adaamaa Geejjibaaf banaa ta’e Sifen Megersa Jan 20, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2015 (FBC) – Karri Ba'iinsa Adaamaa Daandii saffisaa Finfinnee- Adaamaa sababa balaan cufamee ture geejjibaaf banaa ta’uu Intarpiraayiziin Daandiiwwan Kaffaltii…
Oduu biyya keessaa Tattaaffii Nyaatan of danda’uuf taasiifamu keessatti misoomni Qamadii ga’ee olaanaa qaba – Obbo… Sifen Megersa Jan 20, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2015 (FBC) – Jilli Pireezidaantii naannoo Afaar Obbo Awwal Aarbaan durfamu aanaa Dubtiitti misooma Qamadii daawwateera. Naannichatti misooma Qamadii dabalatee…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad hoggantoota olaanoof muudama laatan Sifen Megersa Jan 20, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad hoggantoota olaanoof muudamoota garaagaraa laataniiru. Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad bu'uura heera…