Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Waldaa Qaxxaamura Diimaa Addunyaa Finfinnee galan Debela Tadesse Jan 25, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Waldaa Qaxxaamura Diimaa Idil Addunyaa Mirjaanaa Ispoljaariik daawwannaa hojii guyyoota lamaaf har’a Finfinnee galaniiru.…
Biiznasii Daandii Qilleensaa Ityoophiyaa gara Kooppanhaagenitti balalii eegaluufi Debela Tadesse Jan 25, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2015 (FBC)- Daandii Qilleensaa Ityoophiyaa balalii gara Deenmaarki Magaalaa Kooppanhaagenitti taasisu irraa deebiin Caamsaa 22, 2023 eegaluuf akka ta’e beeksise.…
Oduu biyya keessaa Qaala’iinsi gatii nyaataa xiyyeeffannaa yoo hinarganne yaaddoo ta’ee itti fufa jedhame Debela Tadesse Jan 25, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2015 (FBC)- Qaala’iinsi gatii nyaataa Ityoophiyatti mul’atu xiyyeeffaanaa yoo hinargannee fi tarkaanfiin hinfudhatamne yaaddoo ta’ee akka itti fufu eerame.…
Biiznasii Ministeerichi baatiiwwan 6 darbanitti galii Birrii biiliyoona 225 ol walitti qabuu ibse Ayana Dheressa Jan 25, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2015(FBC)- Ministeerri Galiiwwanii baatiiwwan 6 darbanitti galii Birrii biiliyoona 225 ol walitti qabuu ibseera. Ministirri Ministeera Galiiwwanii Aadde Ayinaalam…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin waloo Koomishinaroota koomishinii Manneen Amala sirreessaa Fedeeraala fi Naannoolee… Ayana Dheressa Jan 25, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2015(FBC)- Yaa’iin waloo Koomishinaroota koomishinii Manneen Amala sirreessaa Fedeeraala fi Naannoolee magaalaa Hararitti gaggeeffamaa jira. Yaa’ichaan amala…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach Abeebeen kantiibota magaalota biyyoota Afrikaaf muuxannoo qoodan Ayana Dheressa Jan 25, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2015(FBC)- Kantiiban magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Fooramii Innisheetiivii Hoggansa Kantiibummaa Afrikaa Afrikaa Kibbaatti gaggeeffamaa jirurratti…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Finfinnee Yuunivarsiitiiwwan biyyoota alaa 4 waliin hojjechuuf sanada waliigaltee… Sifen Megersa Jan 24, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2015 (FBC) - Yuunivarsiitiin Finfinnee Yuunivarsiitiiwwan biyyoota alaa 4 waliin hojjechuuf Kootdivaayeer magaalaa Abijaatti sanada waliigaltee mallatteesseera.…
Biiznasii Naannoon Hararii baatiwwan jahaan darban galii Birrii miiliyoona 799.6 ol walitti qabe Sifen Megersa Jan 24, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2015 (FBC) – Naannoon Harariitti baatiwwan jahaan darban galii Birrii miiliyoona 799.6 ol walitti qabuu Biiroon Galiiwwanii naannichaa beeksiise. Baatiwwan jahaan…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Saahilawarqi Warshaa Oomisha Gommaa Hooraayizan Addis daawwatan Sifen Megersa Jan 24, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen Warshaa Oomisha Gommaa Hooraayizan Addis daawwataniiru. Daawwannicharratti Pireezidaanti Saahilawarqi,…
Oduu biyya keessaa Hayyoonni furmaata jajjaboo maddisisuun gahee isaanii akka bahatan Muummeen Ministiraa gaafatan Debela Tadesse Jan 24, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2015 (FBC)- Hayyoonni dhiibbaawwan hawaasummaa fi diinagdee garaagaraa Ityoophiyaa mudataa jiran hubachuun, fedhii isaanii haala qabatamaa waliin walsimsiisuu fi…