Oduu biyya keessaa Lammiileen kumni 1 fi 21 gara biyyaatti deebi’an Debela Tadesse Jan 25, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2015 (FBC)- Guyyaa har’aa marsaa sadiin hojii lammiilee gara biyyaattii deebisuu gaggeeffameen lammiileen Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 21…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan wabii nyaataan of danda’uuf tattaaffiin taasistu biyyoota Afrikaaf fakkeenya akka ta’u… Debela Tadesse Jan 25, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2015 (FBC)- Ityoophiyaan qonna ammayyeessuun wabii nyaataan of danda’uuf tattaaffiin taasisaa jirtu biyyoota Afrikaaf fakkeenya akka ta’u ibsame. Walga’iin mata…
Oduu biyya keessaa Qophiileen Yaa’ii Gamtaa Afrikaaf taasifamaa jiran gamaaggamaman Ayana Dheressa Jan 25, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2015(FBC)- Yaa’ii Gamtaa Afrikaa baatii Guraandhalaa gaggeeffamuuf qophiileen taasifamaa jiran gamaaggamaman. Yaa’iin Hoggansa Gamtaa Afrikaa 36ffaafi Yaa’iin…
Oduu biyya keessaa Deeggarsi lammiilee hongeen miidhamaniif taasifamu yeroon uummata bira qaqqabuu qaba jedhame Debela Tadesse Jan 25, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2015 (FBC)- Deeggarsi hongee dhufaa jiru sadarkaa hammeenya rakkichaan yeroon uummata bira qaqqabuu akka qabu Sadarkaa Ittaanaa Pireezidaantiitti Qindeessaan Kilastara…
Oduu biyya keessaa Ejensichi hoggantoota 57 gochaa seeraan alaarratti hirmaatan gaafatamoo taasise Debela Tadesse Jan 25, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2015 (FBC)- Ejensiin Galmeessa Ragaalee fi Taateewwan Murteessoo Magaalaa Finfinnee hoggantoota 57 gochaalee seeraan alaarratti hirmaatan itti gaafatamtoota seeraa fi…
Oduu biyya keessaa Obbo Ahimad Shiideen raawwii piroojektii deebisanii dhaabuurratti ministiroota waliin mari’atan Ayana Dheressa Jan 25, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2015(FBC)- Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideen raawwii piroojektii iddoowwan walitti bu’iinsaan miidhaman deebisanii dhaabuurratti ministirootaafi…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Pireezidaantii Faransaay Imaanu’eel Maakroon waliin bilbilaan mari’atan Ayana Dheressa Jan 25, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Pireezidaantii Faransaay Imaanu’eel Maakroon waliin bilbilaan mari’achuu ibsan. Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad…
Biiznasii Dhaabbatichi baatiiwwan 6’n darbanitti galii Birrii biiliyoona 19.5 argachuu beeksise Debela Tadesse Jan 25, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 17 ,2015 (FBC)- Dhaabbanni Tajaajila Geejjiba Galanaa fi Loojistiksii Ityoophiyaa, baatiiwwan ja'an darbanitti galii Birrii biiliyoona 19 .5 argachuu beeksise.…
Oduu biyya keessaa MMBBUfi dhaabbileen itti waamamoon naannoo Somaaleetti manneen namoota harka qalleeyyiif ijaarsisan… Ayana Dheressa Jan 25, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2015(FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataafi dhaabbileen itti waamamoon mootummaa naannoo Somaalee waliin ta’uun magaalaa Jigjigaatti manneen namoota harka…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan DhMG keessatti hirmaannaa nagaa kabachiisuu qabdu cimsitee itti fufti-M/J Addaamnee… Debela Tadesse Jan 25, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2015 (FBC)- Ityoophiyaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii keesattii hirmaannaa nagaa kabachiisuu qabdu itti fufsiisuuf, hojiileen bu’aa qabeessi cimaanii itti fufuu…