Oduu biyya keessaa Hiiwoot Mokonnin du’aan akka adabamtu itti murtaa’e Debela Tadesse Dec 5, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 26, 2015 (FBC)- Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Lammii Kuraatti da’immaan lama haala suukanneessan ajjeesuun kan himatamte Hiiwoot Mokonnin du’aan akka adabamtu itti…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Sabootaafi Sablammootaa 17ffaan Magaalaa Shaashamanneetti kabajamaa jira Ayana Dheressa Dec 5, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 26,2016 (FBC)- Guyyaan Sabootaafi Sablammootaa 17ffaan Sadarkaa Naannoo Oromiyaatti Magaalaa Shaashamanneetti kabajamaa jira. Guyyaan Sabootaafi Sablammootaa 17ffaan…
Ispoortii Tapha moo’anii darbuu Waancaa Addunyaan taphni har’a Jaappaan Kirooshiyaa waliin taasiiftu ni eegama Sifen Megersa Dec 5, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 26, 2015 (FBC) – Tapha moo’anii darbuu Waancaa Addunyaa har’aan Jaappaan Kirooshiyaa, Biraaziil Kooriyaa Kibbaa waliin ni taphatu. Bakka buutoonni Eeshiyaa lamaan…
Ispoortii Shaampiyoonaan Atileetiksii Kilaboota Oromiyaa 11ffaan olaantummaa Kilaba Atileetiksii Buraayyuun… Debela Tadesse Dec 4, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 25, 2015 (FBC)-Torbee tokkoof Magaalaa Asallaatti gaggeeffamaa kan ture Shaampiyoonaan Kilaboota Atileetiksii Oromiyaa 11ffaan Injifannoo Kilaba Atileetiksii Buraayyuun…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti hojiilee invastimantii hojjechuun amma-Pirof. Isteefan Deerkoon Debela Tadesse Dec 4, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 25, 2015 (FBC)- Waliigaltee nageeenyaa hordofee Ityoophiyaatti hojiilee invastimantii hojjechuun yeroon isa amma jechuun Yuunivarsitii Oxfoorditti Daayrektarri Giddugala…
Ispoortii Faransaay Poolaandiin injifachuun tapha nuusa xumuraaf dabarte Debela Tadesse Dec 4, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 25, 2015 (FBC)- Faransaay 3 fi 1’n Poolaandiin injifachuun tapha nuusa Xumuraaf dabartetti. Istaadiyamii Altuumaamitti taphaa Farnsaayii fi Poolaandi gidduutti…
Oduu biyya keessaa Obbo Taaggasaa Caafoon Pireezidaantiin Duraanii Chaayinaa boqochuutti gadda isaanitti dhaga’ame… Debela Tadesse Dec 4, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 25, 2015 (FBC)- Afyaa’iin Mana Mare Bakka Bu’oota Ummataa Taggasaa Caafoo Pireezidantii Chaayinaa Duraanii Jiyaang Zeemiin du’aan boqchuutti gadda isaanitti dhagaa’ame…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Pirojektii Bakka Dhaabbii Konkolaataa Paarkii Tokkummaa eebbisan Debela Tadesse Dec 4, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 25, 2015 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad pirojektii bakka dhaabbii konkolaataa Paarkii Tokkummaa eebbisaniiru. Sirna eebbichaarrattii Giiftii Duree Zinnaasha…
Oduu biyya keessaa Hanga ammaatti oomishni lafa heektara miiliyoona 3 irraa walitti qabamuu Biirichi ibse Debela Tadesse Dec 4, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 25, 2015 (FBC)- Qonna Gannaatiin oomisha gahe hektaara miiliyoona 3.5 keessaa hektaarri miliyoonni 3 walitti qabamuu Hogganaan Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuu…
Oduu biyya keessaa Naannoo Tigraayitti raabsi deeggarsa namoomaa cimee itti fufeera-Koomishinicha Debela Tadesse Dec 4, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 25, 2015 (FBC)- Naannoo Tigraayitti deeggarsa namoomaa raabsuun cimee kan itti fufe ta’uu Koomishiniin Hoggansa Sodaa Balaa Biyyaalessaa beeksise. Haaluma kanaan erga…