Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad abbootii qabeenyaa Ameerikaa waliin mari’atan Debela Tadesse Dec 16, 2022 0 Finfinnee, Mudde 7, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad abbootii qabeenyaa Ameerikaa waliin mari’atan. Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad carraalee invastimantii…
Uncategorized Jimmaatti yakkamaan haala sukkanneessaan haadha manaa isaa ajjeese hidhaa umurii guutuun adabame Sifen Megersa Dec 15, 2022 0 Finfinnee, Mudde 6, 2015 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti yakkamaan haala sukkanneessaan haadha manaa isaa ajjeese hidhaa umurii guutuun adabameera. Yakkamaan Tamaam Abdallaahii jedhamu…
Uncategorized MM Abiy Ahimad miseensota hawaasa Ityoophiyaa Waashingitan waliin mari’atan Sifen Megersa Dec 15, 2022 0 Finfinnee, Mudde 6, 2015(FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad miseensota hawaasa Ityoophiyaa Waashingitan waliin mari’atan. Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Yaa’ii Hoggansa…
Oduu biyya keessaa Qormaanni Kutaa 12ffaa marsaa 2ffaan Mudde 18-21,2015tti ni kennama jedhame Ayana Dheressa Dec 15, 2022 0 Finfinnee, Mudde 6, 2015(FBC)- Qormaanni Kutaa 12ffaa marsaa 2ffaan Mudde 18-21,2015tti kan kennamu ta’uu Tajaajilli Madaallii Qormaataafi Barnootaa beeksise. Qormaaticharratti kan…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Saahilawarq Zawdeen Daayrektara Gamtaa Afrikaafi DhMG Ikonoomik Komishinii Afrikaa… Ayana Dheressa Dec 15, 2022 0 Finfinnee, Mudde 6, 2015(FBC)- Pireezidaanti Saahilawarq Zawdeen Daayrektara Gamtaa Afrikaafi Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Ikonoomik Komishinii Afrikaa Maabeengee Nigoom waliin…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaafi Saa’ud Arabiyaan hariiroo poolisii cimsuuf waliigalan Ayana Dheressa Dec 15, 2022 0 Finfinnee, Mudde 6, 2015(FBC)- Ityoophiyaafi Saa’ud Arabiyaan hariiroo poolisii qaban cimsuuf waliigaluu ibsame. Komishinarri Komishinii Poolisii Federaalaa Jeneraal Dammallaash…
Oduu biyya keessaa Godina Arsii Lixaa Aanaa Adaabbaatti baalli sammuu namaa hadoochu lafa hektaara 0.25 irratti… Sifen Megersa Dec 15, 2022 0 Finfinnee, Mudde 6, 2015 (FBC) – Godina Arsii Lixaa Aanaa Adaabbaa Ganda Qooma Waxichootti baalli sammuu namaa hadoochu lafa hektaara 0.25 irratti oomishame eeruu ummataan dhabamsiifamuu…
Oduu biyya keessaa Waliigaltee biyyaalessaafi ijaarsa nageenya waaraaf hayyoonni gahee isaanii ba’achuu qabu- Obbo… Ayana Dheressa Dec 15, 2022 0 Finfinnee, Mudde 6, 2015(FBC)- Waliigaltee biyyaalessaafi ijaarsa nageenya waaraaf hayyoonni gahee isaanii ba’achuu qabu jedhan Ministir Deetaan Ministeera Nageenyaa Obbo Taayyee Danda’aan.…
Idil Addunyaa Ameerikaan meeshaalee Chaayinaa dhorka irra keessee turteef eeyyama laachuufi Sifen Megersa Dec 15, 2022 0 Finfinnee, Mudde 6, 2015 (FBC) – Ameerikaan meeshaalee Chaayinaa gara biyya ishee akka hin seenne dhorkitee turteef eeyyama laachuuf ta’uu ibsame. Pireezidaantiin Ameerikaa Joo Baayidan…
Oduu biyya keessaa Jilli Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Waliigalaa Ityoophiyaa dhimma hojiif gara Saa’ud Arabiyaa… Sifen Megersa Dec 15, 2022 0 Finfinnee, Mudde 6, 2015 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Waliigalaa Ityoophiyaa Sheek Ibraahiim Tufaan durfamu dhimma hojiif gara Saa’ud Arabiyaa imaleera.…