Oduu biyya keessaa Ayyaanni Masqalaa guutuu biyyattiitti kabajamaa jira Debela Tadesse Sep 27, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 17, 2015 (FBC)-Ayyaanni Masqalaa guutuu biyyattiitti kabajamaa jira. Ayyaanichii hordoftoota amntii Kiristiyaanaa biratti sirnootas amantaa fi aadaan dabaalamee…
Ispoortii Goototni waggoota 30 booda Ispeen Baarseloonaatti walargan Debela Tadesse Sep 27, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 17, 2015 (FBC) - Bara Faranjootaa 1992 Olompikii Baarseloonaarratti fiigicha meetira kuma 10 dubartootaan Afrikaarraa meedaaliyaa Warqee kan argamsiisan Pireezidaantiin…
Oduu biyya keessaa Waldhabdee araaraan darbuun walkabajaa fi waliif yaaduun jaalalaa fi nagaan jiraachuu wanti caalu… Ayana Dheressa Sep 26, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2015 (FBC) – Waldhabdee araaraan darbuun walkabajaa fi waliif yaaduun jaalalaa fi nagaan jiraachuu caalaa filmaanni biroon hinjiru jedhan Paatiriyaarkiin Mana Amantaa…
Oduu biyya keessaa Gareen shororkeessaa ABUT konkolaattota deeggarsa namoomaa waraanaaf itti fayyadamuu itti… Ayana Dheressa Sep 26, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2015(FBC)- Gareen shororkeessaa ABUT konkolaattota deeggarsa namoomaa akka meeshaa waraanaatti itti fayyadamuu itti fufuu Tajajilli Kominikeeshinii Mootummaa…
Oduu biyya keessaa Sirni Daamaraa Masqalaa Finfinneetti haala hawwataan kabajamuu itti fufeera Debela Tadesse Sep 26, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2015 (FBC) – Sirni Daamaraa Masqalaa Finfinnee Addababayii Masqalaatti haala hawwataan ta’een sirnoota amantaan dabaalamee kabajamaa jira. Sirnicharratti…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Daamaraa magaalota garaagaraatti bifa ho’aa ta’een kabajamaa jira Ayana Dheressa Sep 26, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2015(FBC)- Ayyaanni Daamaraa magaalota biyyattii garaagaraa keessatti bifa ho’aa ta’een kabajamaa jira. Ayyaanichi magaalota Finfinnee, Jimmaa, Naqamtee, Asallaa,…
Oduu biyya keessaa Godinichatti sagantaan nyaata barattoota daa’imman kuma 100 ol fayyadamoo taasisu eegalame Ayana Dheressa Sep 26, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2015(FBC)- Godina Addaa Oromiyaa Naannawa Finfinneetti, sagantaan nyaata barattoota bara 2015 daa'imman kuma dhibba 1fi kuma 98 fayyadamoo taasisu Manneen barnoota…
Oduu biyya keessaa Obbo Ashaadlii Hasan ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan Ayana Dheressa Sep 26, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2015(FBC)- Pireezidaantiin Naannno Beenishaangul Gumuz Obbo Ashaadlii Hasan Ayyaana Masqalaa sababeeffachuun hordoftoota amantichaa maraaf ergaa baga ittiin isin…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi dhaabbata Raashiyaa waliin oomisha shiboo tiraanisfoormarii irratti waliin hojjechuuf… Ayana Dheressa Sep 26, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2015(FBC)- Ministeerri Bishaaniifi Inarjii dhaabbata Raashiyaa ‘Risseeti’ jedhamu waliin oomisha shiboo tiraanisfoormariifi meeshaalee elektirikaa irratti waliin…
Idil Addunyaa Sooriyaatti kooleeraan mudate Debela Tadesse Sep 26, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2015 (FBC) – Sooriyaa kutaalee garaagaraatti Dhibeen kooleeraa mudachuun lubbuun namoota 29 darbuun eerame. Akka Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Sooriyaatti…