Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan Bara Haaraa Simatte Sifen Megersa Sep 11, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2015 (FBC) –Ityoophiyaan Bara Haaraa 2015 Simatte. Ayyaana bara haaraa sababeeffachuun har'a barii sa'aatii 12: 00 irratti Madfiin yeroo 21 dhukaafameera.…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach Kutaa Magaalaa Qiirqoositti argamuun lammiilee harka qalleeyyii waliin maaddii… Sifen Megersa Sep 11, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2015 (FBC) –Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Kutaa Magaalaa Qiirqoos Giddu gala Nyaataa Tasfaa Birihaanitti argamuun maaddii qoodaniiru.…
Oduu biyya keessaa Dhabamuu nageenyaa mul’atu hambisuu fi hojii wabii nyaataan of danda’uu dhugoomsuuf qindoominaan… Debela Tadesse Sep 10, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2014 (FBC) – Dhabamuu nageenyaa biyya keenyatti mul’atu hambisuu fi hojiilee wabii nyaataan of danda’uu eegalaman firii akka argamsiisaniif qindoominaan hojjechuun…
Oduu biyya keessaa Bara 2014 keessa diinonni nu qoranis Ityoophiyaanotaan kaayyoon isaanii fashalaa’eera-Obbo Adam… Debela Tadesse Sep 10, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2014 (FBC) – Bara darbe baandonni biyya keessaa fi diinonni seenaa walta’uun yoo nu qoranis Ityoophiyaanota biyya isaanii jaallataniin kaayyoon badii isaanii utuu…
Oduu biyya keessaa Tokkummaa cimsuun waraanaa ABUT bane fashaleessaa biyyaa bu’uuressuu barbaachisa-Obbo Ordiin Badirii Debela Tadesse Sep 10, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2014 (FBC) – Tokkummaa cimsuun waraanaa garee shororkeessaan ABUT bane fashaleessaa biyyaa bu’uuressuu barbaachisa jedhan Pireezidaantiin naannoo hararii Obbo Ordain…
Oduu biyya keessaa Naannoleen garaagaraa sirreeffamtoota seeraaf dhiifama taasisan Debela Tadesse Sep 10, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2014 (FBC) –Mootummaan Naannoo Kibbaa bara haaraa sababeeffachuun sirreeffamtoota seeraa kuma 1 fi 445 dhiifama taasisuu Biiroon Haqaa Naannichaa beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Faayaalee Warqee saamuun kanneen shakkaman to’annoo jala oolfaman Debela Tadesse Sep 10, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2014 (FBC) – Gareedhaan gurmaa’uun uffaannaa dambii Poolisii Federaalaa uffachuun faayaalee warqee saamuudhaan namoonni shakkaman to’annoo jala oolfamaniiru.…
Oduu biyya keessaa Hawaasni gochaa qaamolee badiisaa raawwachuuf socho’anirraa naannawaa isaa eeguu qaba-Aadde Adaanech… Debela Tadesse Sep 10, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2014 (FBC) – Hawaasni ayyaana sababeeffachuun qaamolee gochaa badiisaa raawwachuuf ergama fudhatanii magaalatti jeequu barbaadan, qaamolee nageenyaa waliin ta’uun…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad ergaa baga geessanii dabarsan Debela Tadesse Sep 10, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2014 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ayyaana bara haaraa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Barri moofaan bara haaraan wayita bakka bu'u,…
Oduu biyya keessaa Barri haaraan injifannoo caaluuf kan itti qophoofnuudha-Dooktar Yiliqaal Kaffaalaa Debela Tadesse Sep 10, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2014 (FBC) – Barri haaraan kan hawwuu fi abdachuu qofa utuu hintaane injifannoo caaluuf kan itti qophoofnu, gara miiraa tokkummaa bityyaalessatti dhufnu ta’uu qaba…