Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad sirna waadaa galuu Wiiliyaam Ruutoo irratti hirmaachuuf Keeniyaa galan Sifen Megersa Sep 13, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad sirna waadaa galuu Pireezidaantii Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoo irratti hirmaachuuf…
Oduu biyya keessaa Bara baajataa kana ijaarsi sarara daddabarsaa fi Raabsa humna 8 ni eegala Sifen Megersa Sep 13, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2015 (FBC) – Bara baajataa kana ijaarsi Piroojektoota sarara daddabarsaa fi Raabsa humna 8 kan eegalu ta’uu Humni Elektirikaa Ityoophiyaa…
Ispoortii Inistiraakter Abraaham ogeessa Teeknikaa FIFA ta’uun muudaman Ayana Dheressa Sep 13, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2015 (FBC) – Kilaboota garaagaraa keessatti leenjisummaan tajaajilaa kan turan Inistiraakter Abraaham Maabraatuun ogeessa Teeknikaa FIFA ta’uun muudamaniiru. FIFA…
Oduu biyya keessaa Obbo Shimallis Abdiisaan Warshaa Waldaa Aksiyoona ‘Jabduu Motors’ Eebbisiisaan Sifen Megersa Sep 13, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2015(FBC)- Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu magaalaa Bishooftuutti Warshaa Waldaa…
Oduu biyya keessaa Jiraattota dhiqaa kalee wal’aanamuuf humna hinqabneef Birriin miiliyoonni 20 ramadame Debela Tadesse Sep 12, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 2, 2015 (FBC) – Bara 2015tti kaffaltiidhaan dhiqaa kalee wal’aanamuu lammiilee hindandeeyeef Birrii miiliyoona 20 ramaduu Bulchiinsi Magaala Finfinnee beeksise.…
Oduu biyya keessaa Nageenya waaraa Ityoophiyaa qajeelchuuf hunduu waloon akka dhaabbatu waamichi dhiyaate Debela Tadesse Sep 12, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 2, 2015 (FBC) – Bara haaraatti nageenya waaraa Ityoophiyaa fi imala milkaa’inaa qajeelchuuf hunduu waloon akka dhaabbatu Koomishiniin Marii Biyyaalessaa waamicha…
Oduu biyya keessaa Tewoodiroos Adihaanoom ABUT’f sagalee ta’uun hojjechaa tureera-Gaazexeessaa Alistar Toomsan Debela Tadesse Sep 12, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 2, 2015 (FBC) – Daayrektarri Olaanaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Tewoodiroos Adihaanoom garee shororkeessaa ABUT’f afaan ta’uun waraana odeeffannoo hogganaa turuu…
Oduu biyya keessaa Haalonni qilleensaa roobaa kennuu danda’an kutaalee biyyatti garaagaraatti itti… Debela Tadesse Sep 12, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 2, 2015 (FBC) – Haalonni qilleensaa roobaa kennuu danda’an kutaalee biyyatti garaagaraatti itti fufuu akka danda’u fi irra jireessan walakkeessi Lixaa kutaa biyyattii…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Saahilawarqi Koonfiraansii dubartootaa fi dargaggootaa eegalchiisan Debela Tadesse Sep 12, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 2, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudee koonfiraansii dubartootaa fi dargaggootarratti xiyyeeffachuun Taanzaaniyaatti gaggeeffamuu eegalerratti haasawaa…
Idil Addunyaa Jarman Yuukireeniif meeshaa waraanaa dhiyeessuun sarara diimaa dabarteetti- Raashiyaa Ayana Dheressa Sep 12, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 2, 2015(FBC)- Jarman Yuukireeniif meeshaa waraanaa garagaraa dhiyeessuun sarara diimaa darbiteetti jette Raashiyaan. Jarmanitti ambaasaaddarri Raashiyaa Sargeey…