Oduu biyya keessaa Haalli rooba waqtii birraa idileen gadi ta’a jedhame Ayana Dheressa Sep 22, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2015(FBC)- Haalli rooba waqtii birraa dhufuu idileen gadi akka ta’u Inistiitiyuutiin Raaga Haala Qilleensaa beeksise. Inistiitiyuutichi gamaaggama raaga waqtii…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalaa Finfinnee marsaa 3ffaaf deeggarsa akaakuu Raayyaa Ittisaaf taasiise Sifen Megersa Sep 22, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2015 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee marsaa 3ffaaf deeggarsa akaakuu Birrii miiliyoona 50tti tilmaamamu Raayyaa Ittisaaf taasiiseera. Deeggarsi kun kutaalee…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan michummaa Emireetota Araba Gamtoomaniifi Gamtaa Awurooppaa waliin qabdu cimsuuf… Ayana Dheressa Sep 22, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2015(FBC)- Ityoophiyaan michummaa Emireetota Araba Gamtoomanii, Gamtaa Awurooppaafi Koree Fannoo Diimaa Idil Addunyaa waliin qabdu cimsuuf murannoo qabaachuu…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Masqalaa duudhaa isaa eegee akka kabajamu hawaasni tumsaan hojjechuu qaba – Aadde… Sifen Megersa Sep 22, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2015 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Ayyaanni Masqalaa duudhaa isaa eegee akka kabajamu hawaasni tumsaan akka hojjetu gaafataniiru.…
Oduu biyya keessaa Imbaasichi Jibuutiitti kaka’umsa “Ashaaraa Magariisaa” Ityoophiyaa babal’isuuf hojjechaa kan jirtu… Ayana Dheressa Sep 22, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2015(FBC)- Jibuutiitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Birhaanuu Tsaggaayeen falmituu eegumsa naannoo Jibuutii galateeffataniiru. Ambaasaaddar Birhaanuun…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan hariiroo Kuwaataar waliin qabdu cimsitee itti fufuu qabdi jedhame Sifen Megersa Sep 22, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2015 (FBC) – Ityoophiyaan hariiroo Kuwaataar waliin qabdu cimsitee itti fufuu akka qabdu ibsame. Jilli Faanaa Biroodkaasting Korporeet tibbana Al Jaziiraa…
Teeknooloojii Ityoophiyaatti Sagantaan “Meetaa Buust” eegale Ayana Dheressa Sep 22, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2015(FBC)- Dhaabbanni Meetaa Ministeera Hojiifi Ogummaafi Miidiyaa Samar waliin ta’uun sagantaa diinagdee deeggaru “Meetaa Buust” jedhamu guyyaa har’aa…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Baacaa Dabaleen hawaasni idil Addunyaa waamicha mootummaan Ityoophiyaa nageenyaaf… Ayana Dheressa Sep 22, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2015(FBC)- keeniyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Baacaa Dabaleen hawaasni idil addunyaa waamicha mootummaan Ityoophiyaa nageenyaaf taasise akka deeggaru gaafatan.…
Idil Addunyaa Biyyoonni Lixaa Raashiyaa qoqqooduu barbaadu – Pireezdaanti Putiin Sifen Megersa Sep 22, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2015 (FBC) – Biyyoonni Lixaa Raashiyaa qoqqooduuf yaada qabaachuu Pireezdaantiin biyyattii Vilaadmiir Putiin ibsan. Biyyoonni Lixaa yeroo ammaa Raashiyaarratti…
Oduu biyya keessaa Mata duree “Koottaa mana waloo keenya haa ijaarru” jedhuun mariin dargaggootaa gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Sep 22, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2015(FBC)- Mata duree “Koottaa mana waloo keenya haa ijaarru” jedhuun mariin paanaalii dargaggootaa magaalaa Finfinnee hoteela Kaappitaalitti gaggeeffamaa jira.…