Oduu biyya keessaa Ayyaanni jijjiirraa bara haaraa Hadiyyaa kabajamaa jira Ayana Dheressa Sep 24, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2015(FBC)- Ayyaanni jijjiirraa bara haaraa Hadiyyaa “Yaahoodeen “ magaalaa Hoosaanaatti kabajamaa jira. Ayyaanichi bakka hoggantoonni olaanoon mootummaa…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni jijjiirraa bara haaraa Gaamoo magaalaa Arbaa Mincitti kabajamaa jira Ayana Dheressa Sep 24, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2015(FBC)- Ayyaanni jijjiirraa bara haaraa Gaamoo “ Yoo Masqalaan” magaalaa Arbaa Mincitti sagantaalee garaagaraan kabajamaa jira. Ayyaanicharratti Mana Maree…
Oduu biyya keessaa Waldaan Aksiyoona Geejjiba Baaburaa Ityoo- Jibuutii Cimuun sosochii diinagdee biyyoota lameenii… Ayana Dheressa Sep 24, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2015(FBC)- Waldaan Aksiyoona Geejjiba Baaburaa Ityoo- Jibuutii Cimuun sosochii diinagdee biyyoota lameenii saffisiisa jedhan Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Siidaan fakkeenyummaa nageenyaa jaarsolii Biyyaa Gaamoo ibsu eebbifame Ayana Dheressa Sep 24, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2015(FBC)- Siidaan fakkeenyummaa nageenyaa jaarsolii Biyyaa Gaamoo ibsu ebbifame. Sidichi dheerina meetira 4 fi seentimeetira 70 kan qabu yoo ta’uu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Ityoo Teelekoom magaalaa Jimmaatti barattoota 600 oliif deeggarsa meeshaalee barnootaa taasise Ayana Dheressa Sep 24, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2015(FBC)- Ityoo Teelekoom dameen Kibba Lixaa magaalaa Jimmaatti barattoota harka qalleeyyii 600 oliif deeggarsa meeshaalee barnootaa taasiseera. Dhaabbatichi…
Oduu biyya keessaa Haleellaan Shororkeessitootaa badhaadhina Ityoophiyaa mirkaneessuurraa duubatti nun deebisu-TKM Ayana Dheressa Sep 24, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2015(FBC)- Haleellaan Shororkeessitootaa badhaadhina Ityoophiyaa mirkaneessuurraa duubatti kan hin deebisne ta’uu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Sagantaan eegalchiisa hojii baankii Tsaday gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Sep 24, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2015(FBC)- Sagantaan eegalchiisa hojii baankii Tsaday guyyaa har’aa gaggeeffamaa jira. Baankichi Birrii kaappitaala kaffalame biiliyoona 8fi dameewwan 148 hojii…
Oduu biyya keessaa Balaa Ibiddaa Aqaaqii Qaallittiitti uumameen lubbuun namaa darbe Ayana Dheressa Sep 24, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2015(FBC)- Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaallittii aanaa 13 naannoo Tulluu Diimtuutti balaa ibiddaa uumameen lubbuun namaa darbe. Balichaan…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti ayyaanni Masqalaa kabajamee hanga xumuramutti sochiin doqdoqqee dhorkame Debela Tadesse Sep 23, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2015 (FBC)- Ayyana Daamaraa fi Masqalaa Wiixataa fi Kibxataa dhufu kabajamu nagaan kabajame hanga xumuramutti sochiin doqdoqqee akka hinjiraanne murtaa’e. Ejensiin…
Oduu biyya keessaa Obbo Malaaku Aallibal Afrikaa Bahaatti Hoggantota Baankii Misoomaa Afrikaa waliin mari’atan Debela Tadesse Sep 23, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2015(FBC)- Ministirri Ministeera Indaastirii Obbo Malaakuu Aallibal Afrikaa Bahaatti Jila Ittaanaa Daayrektara Jeneraalaa Baankii Misoomaa Afrikaa Abdul Kaamaaraa…