Biiznasii Meeshaaleen kontiroobaandii Birri miiliyoona 151 to’atame Debela Tadesse Sep 25, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2015(FBC)- Meeshaaleen kontirirobaandii Birri miiliyoona 151 olitti tilamaamamu to’annoo jala oolfamuu Koomishiniin Gumurukaa beeksise. Koomishinichi akka…
Oduu biyya keessaa Bakka sirni Daamaraa itti gaggeeffamu qulqulleeffame Debela Tadesse Sep 25, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2015(FBC)-Addabaabayii Masqalaa Bakka sirni Daamaraa itti gaggeeffamu sagantaan duulaan qulqulleessuu raawwateera. Duulaa qulqulleessuu kanarratti Kantiibaan…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Barnootaa magaalaa Finfinnee gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Sep 24, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2015(FBC)- Yaa’iin Barnootaa magaalaa Finfinnee 29ffaan mata duree “ Barnoonni aadaa hedduufi badhaadhina biyyaaf” jedhuun gaggeeffamaa jira. Yaa’icharratti…
Oduu biyya keessaa Finfinneen seeraafi sirnaan hoogganamaa akkuma maqaashee miidhagduu ni taati- Aadde Adaanach Abeebee Ayana Dheressa Sep 24, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2015(FBC)- Finfinneen seeraafi sirnaan hoogganamaa akkuma maqaashee miidhagduu ni taati jedhan kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen. Aadde…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Waraabeetti balaa tiraafiikaa qaqqabeen lubbuun namoota 4 darbe Ayana Dheressa Sep 24, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2015(FBC)- Godina Silxee Magaalaa Waraabeetti balaa tiraafiikaa qaqqabeen lubbuun namoota 4 darbe. Balichi magaalaa Waraabee ganda 01 bakka Maniitaa jedhamutti…
Oduu biyya keessaa Ayyaanonni Daamaraafi Masqalaa karaa nagaan akka kabajamaniif qophiin xumuramuu poolisiin beeksise Ayana Dheressa Sep 24, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2015(FBC)- Magaalaa Finfinneetti Ayyaanonni Daamaraafi Masqalaa karaa nagaan akka kabajamaniif qophiin xumuramuu poolisiin magaalichaa beeksise. Wiixata dhufu…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti hojii invastimantii bara 2014tti hojjetameen bu’aa gaariin argamaa jira jedhame Ayana Dheressa Sep 24, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2015(FBC)- Naannoo Oromiyaatti bara 2014 eeyyama invastimentii kuma 3fi 588 kennuun hojjetameen bu'aa gaariin argamuu hogganaan Biiroo Invastimantiifi Indaastirii…
Oduu biyya keessaa Obbo Ristuu Yirdaaw maanguddoota Meeriijooy Ityoophiyaaf maaddii qoodan Ayana Dheressa Sep 24, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2015(FBC)- Pireezidaantiin naannoo Uummattoota Kibbaa Obbo Ristuu Yirdaaw Ayyaana Masqalaa sababeeffachuun maanguddoota giddugala maanguddootaa Meeriijooy Ityoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen Liqiifi Qusannaa kutaalee hawaasaa galii gadi aanaa deeggaruu keessatti gahee olaanaa… Ayana Dheressa Sep 24, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2015(FBC)- Dhaabbileen Liqiifi Qusannaa kutaalee hawaasaa galii gadi aanaa deeggaruu keessatti gahee olaanaa kan qaban ta’uu Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Dooktar…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Jigjigaa barattoota muummeewwan barnootaa garaagaraan barsiisaa ture 700 ol… Ayana Dheressa Sep 24, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2015(FBC)- Yuunivarsiitiin Jigjigaa marsaa 14ffaan barattoota muummeewwan barnootaa garaagaraan barsiisaa ture 700 ol eebbisiise. Sirna eebbichaarratti hogganaan…