Oduu biyya keessaa Galmeewwan kumni 176 ol murtoo argatan Debela Tadesse Aug 10, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2014 (FBC) – Bara 2014 manneen murtii federaalaatti galmeewwan kumni 176 ol murtoo argachuu Manni Murtii Waliigalaa Federaalaa beeksise. Pireezidaantiin Mana Murtii…
Oduu biyya keessaa Torbeen teekinooloojii fi tuuriizimii Oromiyaa eegalame Debela Tadesse Aug 10, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2014 (FBC) – Guyyootaa afuriif kan turu torbeen teeknooloojii fi tuuriizimii Oromiyaa, teeknooloojii fayyadamuun bakkeewwan hawwata tuuriizimii Oromiyaa beeksisuurratti…
Biiznasii Dhaabbileen Faayinaansii xixiqqaan damee diinagdee keessatti qooda isaanii akka ba’an haalli mijataa… Sifen Megersa Aug 10, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2014 (FBC) – Dhaabbileen Faayinaansii xixiqqaan damee diinagdee keessatti qooda isaanii akka ba’an xiyyeeffannoon hojiin haala mijeessuu hojjetamaa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti gamoowwan Qajeelcha Poolisii ammayyaa ijaarsi isaanii xumurame eebbifaman Sifen Megersa Aug 10, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2014 (FBC) – Kutaalee Magaalaa Finfinnee garaagaraatti Piroojektoonni misoomaa Birrii miiliyoona dhibba 8 fi miiliyoona 31 oliin ijaarraman guyyaa har’aa…
Oduu biyya keessaa Biyya waloo ijaaruuf hundi ga’ee isaa ba’achuu qaba- Pirof. Masfin Aarayaa Ayana Dheressa Aug 9, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 3, 2014(FBC)- Biyya waloo ijaaruuf hundi ga’eesaa ba’achuu akka qabu Komishinarri Olaanaan Komishiniin Marii Biyyaalessaa Piroofeesar Masfin Aarayaan ibsan. Mariin…
Oduu biyya keessaa Godina Wallaggaaa Bahaatti tarkaanfiin Shaneerratti fudhatamu cimee itti fufuu ibsame Ayana Dheressa Aug 9, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 3, 2014(FBC)- Godina Wallaggaa Bahaa aanaalee garaagaraa keessatti tarkaanfiin garee shororkeessaa Shaneerratti fudhatamu cimee itti fufuu ajajaa olaanaan kutaa waraanaa…
Idil Addunyaa Abuu Daabiitti ho’ina qilleensaan lubbuun namoota 4 darbe Ayana Dheressa Aug 9, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 3, 2014(FBC)- Baatiiwwan lamaan darbanitti Emereetota Araba Gamtoomaniitti ho’i qilleensaa sadarkaa olaanaan dabaluu isaan lubbuun namoota 4f darbuu gabaafame. Namoota…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaafi Hindiin walta’iinsa dame hawaasummaan qaban cimsuuf walii galan Ayana Dheressa Aug 9, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 3, 2014(FBC)- Ministirri Ministeera Dhimma Dubartootaafi Hawaasummaa Dooktar Ergoogee Tasfaayeen Ministira Ministeera Haqaa Haawaasummaa fi Gahumsaa Hindii Dooktar…
Oduu biyya keessaa Naannoolee Oromiyaa fi Kibbaa hongeef saaxilamanitti nyaatni beeyladaa misoomaa jira jedhame Debela Tadesse Aug 9, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 3, 2014 (FBC) – Naannoolee Oromiyaa fi Kibbaa hongeef saaxilamanitti hojiileen nyaata beeyladaa misoomsuu gaggeefamaa jiraachuu hoggantoonni Biiroolee Qonnaa naannolee…
Teeknooloojii Baazaariin Teeknooloojii Afrikaa qaammee 2-4, 2014 Ityoophiyaatti gaggeeffama jedhame Ayana Dheressa Aug 9, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 3, 2014(FBC)- Baazaariin Teeknooloojii Afrikaa qaammee 2-4, 2014 Ityoophiyaatti kan gaggeeffamu ta’uu ibsame. Baazaaricha kan qopheessan Joorkaa Ivantisiifi ATX yeroo…