Oduu biyya keessaa Lammiileen kumni 1 fi 59 Sa’udiirraa deebi’an Debela Tadesse Jul 4, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) – Guyyaa har’aa marsaa sadiin hojii lammiilee gara biyyatti deebisuu gaggeeffameen lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 59 Saa’ud Arabiyaarraa gara…
Oduu biyya keessaa Mormiin Ummataa Sudaanitti eegale cimee itti fufeera Sifen Megersa Jul 4, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) – Mormiin Ummataa Sudaanitti eegale cimee itti fufuu ibsameera. Tibbana biyyattiitti namoota qondaaltoota waraanaa mormuuf hiriira ba’an 9…
Oduu biyya keessaa Akkaadaamiin qabeenya kalaqa sammuu baname Ayana Dheressa Jul 4, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) – Akkaadaamiin qabeenya kalaqa sammuu ifatti banamuu ibsameera. Abbaan Taayitaa Qabeenya Kalaqa Sammuu Ityoophiyaa deeggarsa Dhaabbata Qabeenya Kalaqa…
Idil Addunyaa Deenimaarkitti dhukaasa namni dhuunfaa baneen lubbuun namootaa darbe Ayana Dheressa Jul 4, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) – Deenimaark magaalaa Kooppenhaagenitti dhukaasa namni dhuunfaa baneen lubbuun namootaa darbuu gabaafame. Magaalaa Kooppenhaageen Giddugala gabaa…
Oduu biyya keessaa Sirna imala gara biyyaa “Iidii hanga Iidii” marsaa 2ffaa kabajuuf diyaaspoorawwan gara… Sifen Megersa Jul 4, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) – Sirna imala gara biyyaa "Iidii hanga Iidii" marsaa 2ffaa kabajuuf diyaaspoorawwan gara biyyaa galaa jiraachuu ibsameera. Ministir Deetaan…
Oduu biyya keessaa Hundeeffamni Mootummaa Naannoon Sidaamaa waggaa 2ffaan kabajamaa jira Debela Tadesse Jul 4, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) – Hundeeffamni Mootummaa Naannoo Sidaamaa waggaa 2ffaan Magaalaa Hawaasaatti kabajamaa jira. Saganticharrattii Afyaa’ii naannichaa Aadde Faantaayee…
Oduu biyya keessaa Galaanitti pirojektoonni 53 eebbifaman Debela Tadesse Jul 4, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) – Magaalaa Galaanittii projeektoonni misoomaa garaagara ijaarsi isaanii xumurame 53 eebbifamaniiru. Pirojektoonni kunneen hirmaannaa ummataa fi…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin bishaan, nyaataa fi inarjiirratti xiyyeeffate Finfinneetti gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Jul 4, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) - Yaa’iin idil addunyaa wabii nyaataa, bishaanii fi inarjiirratti xiyyeeffate Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Yaa’ichi Yuunivarsiitii…
Oduu biyya keessaa Sagantaan jalqabsiisa duula Ashaaraa magariisaa Liigii Dargaggootaa Paartii Badhaadhinaa… Ayana Dheressa Jul 4, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) – Sagantaan jalqabsiisa duula Ashaaraa magariisaa fi walga’iin koree giddugaleessaa Liigii Dargaggootaa Paartii Badhaadhinaa magaalaa Dabra Birhaanitti…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Shawaa Bahaatti biqiltuu sanyii filatamaa Avokaadoo… Ayana Dheressa Jul 4, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) – Jilli Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa, Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Shawaa Bahaa aanaa Lumeetti biqiltuu sanyii filatamaa Avokaadoo…