Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Saahilawarq Sargee Laavroov waliin mari’atan Sifen Megersa Jul 27, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Ministira Dhimma Alaa Raashiyaa Sargee Laavroov waliin mari’ataniiru. Biyyoota Afrikaa…
Oduu biyya keessaa Mariin Paanaalii ‘Waa’ee Ityoophiyaa’ fi argisiifni Suuraa magaalaa Adaamaatti gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Jul 27, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Mariin Paanaalii ‘Waa’ee Ityoophiyaa’ fi argisiifni Suuraa 7ffaa magaalaa Adaamaatti mata duree ‘’Cee'umsa Caasaa Diinagdee" jedhuun…
Oduu biyya keessaa Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa Loogoo haaraa ifoomse Debela Tadesse Jul 27, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa Loogoo haaraa ergama mana hojichaan walsimuu, duudhaa fi aadaa Oromummaa of keessatti qabate ifoomsuu Hogganaan…
Oduu biyya keessaa Sagantaan badhaasa barreessitootaa ‘Gaaddisaa Awwaardi’ Adoolessa 23, 2014 gaggeeffama Debela Tadesse Jul 27, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Sagantaan badhaasa barreessitootaa Oromoo ‘Badhaasa Gaaddisaa’ (Gadisa Award) jedhamuu Adoolessa 23, 2014 akka gaggeessuu Waldaan Barreessitoota…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dawaa yaa’ii idilee gaggeessuu eegale Debela Tadesse Jul 27, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Manni Maree Bulchiinsaa Magaalaa Dirree Dawaa yaa’ii idilee 3ffaa, bara hojii 3ffaa waggaa 1ffaa guyyaa har’aa gaggeessuu eegaleera. Manni marichaas,…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Ameerikaa lammiilee Hongeen miidhamaniif kan oolu Deeggarsa Doolaara miiliyoona 488… Sifen Megersa Jul 27, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Mootummaan Ameerikaa lammiilee Ityoophiyaa Hongeen miidhamaniif kan oolu Deeggarsa Doolaara miiliyoona dhibba 4 fi miiliyoona 88 guyyaa…
Ispoortii Jila Atleetiksii Ityoophiyaa Shaampiyoonaa addunyaa umrii waggaa 20 gadiiratti hirmaatuuf… Sifen Megersa Jul 27, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Jila Atleetiksii Ityoophiyaa Shaampiyoonaa Addunyaa umrii waggaa 20 gadii Kolombiyaa magaalaa Kaaliitti adeemsifamurratti hirmaatuuf…
Oduu biyya keessaa “Har’as akkuma kaleessaa qormaatilee injifannoon ceenee, harka keenya galataaf ni… Debela Tadesse Jul 27, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Har'as akkuma kaleessaa qormaatilee injifannoon ceenee, harka keenya galataaf ni diriirsina jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad. Muummeen…
Biiznasii Qaamolee qajeelfamaa gurgurtaa fi raabsa Simmintoo hojiirra hin oolchinerratti tarkaanfiin ni… Sifen Megersa Jul 27, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa qaamolee qajeelfamaa gurgurtaa fi raabsa Simmintoo hojiirra hin oolchinerratti…
Biiznasii Fooyya’iinsi Diinagdee biyya keessaa qormaatilee dandamachuun bu’aa galmeessuu ibsame Sifen Megersa Jul 27, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Fooyya’iinsi Diinagdee biyya keessaa qormaatilee muudatan dandamachuun bu’aa galmeessuu ibsameera. Mootummaan qormaatilee weerara…