Oduu biyya keessaa Raammoon Geerii Afrikaa Godina Jimmaatti mul’ate Sifen Megersa May 23, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2014 (FBC) – Raammoon Geerii Afrikaa Godina Jimmaa Aanaa Shabee Sombootti mula’chuusaa Giddugalli Kilinika Eegumsa Biqiltuu Jimmaa beeksiise. Itti Gaafatamaan…
Oduu biyya keessaa Leenjiin Gaggeessummaa Preezdaantummaa marsaa 2ffaan xumurame Sifen Megersa May 23, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2014 (FBC) – Guyyoota10’f leenjiin gaggeessummaa preezdaantummaa marsaa 2ffaaf kennamaa ture xumurameera. Xumura sagantichaarratti kan argaman…
Oduu biyya keessaa Naannolee Oromiyaa, Beenishaangul Gumuzii fi Gambeellaatti hojiileen nageenyaa hojjetaman abdi… Obse Wakgari May 23, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2014 (FBC) – Naannolee Oromiyaa, Beenishaangul Gumuzii fi Gambeellaatti nageenya waaraa buusuuf hojiileen hojjetaman bu’aawwan abdii qaban galmeessa jiraachuun…
Oduu biyya keessaa Waajjira Muummee MinistiraaDubartoota kutaalee magaalaa 11 irra walitti babba’an 200f maaddii qoode Sifen Megersa May 23, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2014 (FBC) – Waajjirri Muummee Ministiraa Dubartoota kutaalee magaalaa Finfinnee11 irra walitti babba’an 200f maaddii qoodeera. Dubartoonni kunneen hojiilee…
Oduu biyya keessaa Qonna guddisuuf kan tumsu dorgommiin kalaqaa dargaggootaa eegale Obse Wakgari May 23, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2014 (FBC) –Umriin isaanii waggaa 18-29 kan ta’anii fi yaada kalaqaa qonnaa Ityoophiyaa fooyyessuuf dorgommiin lammiilee hirmaachisu eegaleera. “AYuTe Ethiopia…
Oduu biyya keessaa Naannoo Amaaraatti hojii olaantummaa seera kabachiisuu hojjetamaa jiruun shakkamtoonni kumni 4 ol… Sifen Megersa May 23, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2014 (FBC) - Tibbana duula olaantummaa seeraa kabachiisuu gaggeeffameen shakkamtoonni kumni 4 ol to’annoo seeraa jalaa oolfamuu Biiroon Buulchiinsaaf Nageenyaa…
Oduu biyya keessaa Hoggaantonni olaanoo Paartii Badhaadhinaa Naannoo Sidaamaa Misoomaa Interpiraayizootaa daawwachaa… Sifen Megersa May 23, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2014 (FBC) - Hoggantoonni Waajjira Paartii Badhaadhinaa Naannoo Sidaamaa sochii misooma interpiraayizootaafi abbootii qabeenyaa naannichaa daawwachaa jiru.…
Oduu biyya keessaa Torbee kana deeggarsi namoomaa Tooniin kumni 10 naannoo Tigraay qaqqabe – Sagantaa Nyaata Addunyaa Sifen Megersa May 23, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2014 (FBC) – Torbee kana deeggarsi namoomaa Tooniin kumni 10 naannoo Tigraay qaqqabuu Sagantaan Nyaata Addunyaa beeksiise. Dhiyeessiin deeggarsa…
Oduu biyya keessaa Jilli obbo Addisuu Araggaan durfamu hojiilee diijitaalaayizeeshinii Magaalaa Adaamaa daawwate Sifen Megersa May 23, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2014 (FBC) –Jilli Sadarkaa Itti aanaa Preezdaantiitti Qindeessaa Kilaastera Magaaloota Oromiyaa obbo Addisuu Araggaan durfamu hojiilee diijitaalaayizeeshinii…
Oduu biyya keessaa Biirichi bu’aawwan Ogummaa Kalaqa Teekinooloojii fi Qorannoon argaman Caalmaatti misoomsuuf… Sifen Megersa May 23, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2014 (FBC) –Biiroon Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa Oromiyaa, bu'aawwan ogummaa kalaqa teekinooloojii fi qorannoon argaman Caalmaatti Misoomsuun Fayyadamummaa hawaasaa…