Oduu biyya keessaa Finxaaleessummaan aantee hin qabu! – BMNO Sifen Megersa Apr 4, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2014 (FBC) - Mootummaan Naannoo Oromiyaa Saba fedhe keessaa yoo ba’e ilaalchii fi gochi finxaaleessummaa farra ummataati jedhee kan amanu ta’uu ibseera.…
Biiznasii Qulqullina oomishaalee eegsisuuf hojjetamaa jira jedhame Obse Wakgari Apr 4, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2014 (FBC)- Qulqullina oomishaalee eegsisuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Daldalaa fi Hariiroo Naannawaa ibseera. Mootummaan qulqullina oomishaalee…
Oduu biyya keessaa Baankiin Awaash aanaalee Gujii Lixaa hongeen miidhamaniif deeggarsa taasise Ayana Dheressa Apr 4, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2014 (FBC) – Baankiin Awaash hawaasa aanaalee godina Gujii Lixaatti hongeen miidhamaniif deeggarsa Boqolloo kuntaala Kuma 2 taasise. Baankichi hawaasa godinichaa…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa 1270 Saa’uud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an Sifen Megersa Apr 4, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Saa’uud Arabiyyaa magaalaa Jiddaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 270 guyyaa ha’aa gara biyyaa deebi’uu ibsameera.…
Idil Addunyaa Bidiruun namoota 90 ol feetee imalaa turte Galaana Meeditraaniyaanii keessatti dhidhimte Ayana Dheressa Apr 4, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2014 (FBC) – Bidiruun godaantota 90 ol feetee imalaa turte Galaana Meeditraaniyaanii keessatti dhidhimuun dhaga’ame. Bidiruttiin godaantota Liibiyaarraa gara…
Oduu biyya keessaa Liigiichi lammiilee sababa waraanaan buqqa’aniif deeggarsa akaakuu Birrii miiliyoona 20 caalu… Sifen Megersa Apr 4, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2014 (FBC) – Liigiin Dubartootaa Paartii Badhaadhinaa magaalaa Finfinnee lammiilee sababa waraanaan buqqa’anii deeggarsa akaakuu Birrii miiliyoona 20 fi…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Musxafee Mahaammad qaamolee nageenyaa naannichaa waliin mari’atan Obse Wakgari Apr 4, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2014 (FBC)- Preezdaantiin naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaammad koree olaanoo qaamolee nageenyaa fi hoggantoota bulchiinsa magaalaa Jigjigaa waliin …
Oduu biyya keessaa Shakkamaan meeshaalee waraanaa Shaneef dabarsuuf ture to’atame Sifen Megersa Apr 4, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2014 (FBC) – Godina Shawaa Kaabaa magaalaa Dabra Seenaatti Shakkamaan meeshaalee waraanaa Shaneef dabarsuuf ture to’atamuu ibsameera. Tajaajila…
Oduu biyya keessaa Namni dhuunfaan rasaasa seeraan alaa dhoksan dabarsuuf yaale to’atame Sifen Megersa Apr 4, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2014 (FBC) – Godina Shawaa Lixaa aanaa Noonnootti namni dhuunfaan rasaasa seeraan alaa dhoksan dabarsuuf yaale to’atamuu Poolisiin beeksise. Namni…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Umood Ujuluu waldaalee warqee baasan daawwataan Obse Wakgari Apr 4, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Gambeellaa Umood Ujuluu waldaalee warqee baasan daawwataaniiru. Daawwannicharratti preezdaanticha dabalatee…