Oduu biyya keessaa Proofeeser Birhaanuu Naggaan magaalaa Jiinkaa galan Obse Wakgari Mar 3, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 24, 2014 (FBC)-Ministirri Ministeera Barnoota Proofeeser Birhaanuu Naggaan godina Oomoo Kibbaa magaalaa Jiinkaa galaniiru. Proofeesirichi qaamolee dameen barnoota…
Oduu biyya keessaa Liinkiin lammiilee Ityoophiyaa Yuukreen jiraatan akkaataa gara biyyoota ollaatti imaluu… Sifen Megersa Mar 2, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 23, 2014 (FBC) –Jarmanitti Imbaaasiin Ityoophiyaa lammiileen Ityoophiyaa Yuukreen jiraatan akkaataa gara biyyoota ollaatti imaluu danda'an liinkii deeggarsa laatu…
Oduu biyya keessaa Ittaantuun Ministira Ministeera Dhimma Alaa Xaaliyaanii Giddugala leenjii buna Ityoophiyaa daawwatan Ayana Dheressa Mar 2, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 23, 2014 (FBC) – Jilli Ittaantuu Ministira Ministeera Dhimma Alaa Xaaliyaanii Maariyaanaa Seereetiin durfamu giddugala leenjii buna Ityoophiyaa daawwate.…
Idil Addunyaa Lammiileen Afrikaa sababa waraanaarraan kan ka’e Yuukreen irraa gara biyyoota birootti ce’uu yaalan… Ayana Dheressa Mar 2, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 23, 2014 (FBC) – Lammiileen Afrikaa sababa waraanaarraan kan ka’e Yuukreen irraa gara biyyoota birootti ce’uu yaalan dhiibbaan sanyummaa isaanirra ga’uu ibsan.…
Idil Addunyaa Chaayinaan bara 2022 kanatti fooyya’iinsa gibiraa olaanaa taasisuuf ta’uu gabaafame Ayana Dheressa Mar 2, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 23, 2014 (FBC) – Chaayinaan bara 2022 kanatti fooyya’iinsa gibiraa olaanaa taasisuuf ta’uu gabaafame. Biyyattiin bara 2022tti Doolaara biiliyoona 173.5 gibira…
Fayyaa Garaa dubartii tokko keessaa dhiitoon kiilogiraama 28 madaalu ba’e Ayana Dheressa Mar 2, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 23, 2014 (FBC) – Magaalaa Diillaa Hospitaala Salaam jedhamutti tajaajila yaala baqaqsanii hodhuun garaa haadhaa tokko keessaa dhiitoon kiilogiraama 28 madaalu ba’u…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi Magaalaa Mojoo lammiilee Godina Harargee Bahaa hoongeen miidhamaniif deeggarsa taasise Ayana Dheressa Mar 2, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 23, 2014 (FBC) –Bulchiinsi Magaalaa Mojoo, lammiilee godina Harargee Bahaa hoongeen miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaataa kuntaala 900 taasise. Hawaasa…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Galiiwwan naannoo Somaaleetti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona… Ayana Dheressa Mar 2, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 23, 2014 (FBC) – Ministeerri Galiiwwan naannoo Somaaleetti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa maallaqaa Birrii miiliyoona 34 fi kuma 500 taasise Deeggarsicha…
Oduu biyya keessaa Mootummoonni federaalaa fi naannolee hojii lammiilee hongeen miidhaman baraaruu cimsanii itti fufu-… Ayana Dheressa Mar 2, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 23, 2014 (FBC) – Mootummoonni federaalaa fi naannolee hojii lammiilee fi beelladoota hongeen miidhaman baraaruu cimsanii kan itti fufan ta’uu Ittaanaan Muummee…
Oduu biyya keessaa Manni Maree magaalaa Dirree Dawaa boru irraa eegalee yaa’ii idileesaa kan gaggeessu ta’uu ibsame Ayana Dheressa Mar 2, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 23, 2014 (FBC) – Manni Maree magaalaa Dirree Dawaa guyyaa boruu irraa eegalee yaa’ii idilee 50ffaa waggaa 1ffaa bara hojii 3ffaa kan gaggeessu ta’uu ibsame.…