Idil Addunyaa Preezdaantiin Zaambiyaa duraanii Ruupiyaahi Baandaan boqotan Sifen Megersa Mar 12, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Zaambiyaa duraanii Ruupiyaahi Baandaan du'aan addunyaa kanarraa boqochuu ibsame. Ruupiyaahiin bara Faranjootaa 2008 hanga 2011…
Oduu biyya keessaa Lammiilee hongee fi walitti bu’iinsaaf saaxilamaan qorannoon adda baasuun deeggarsi taasifamaa… Obse Wakgari Mar 12, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC) – Waldaan Fannoo Dimaa Ityoophiyaa kuta biyyatti adda addaatti lammiilee hongee fi waraanaaf saaxilamaan qorannoon adda baasuun deeggarsa taasisaa…
Ispoortii Gabaaf Dhiyaachuu Kilaba Kubbaa Miilaa Cheelsii Obse Wakgari Mar 12, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC) –Abbaan qabeenyaa kilaba Cheelsii Roomaan Abraamoovich kilabicha gurguruuf mootummaa Ingiliz waliin waliigaleera. Biliyeenerri lammii Raashiyaa abbaan…
Oduu biyya keessaa Mariin raawwii tarsiimoo imaammataa nageenyaarratti gaggeeffame Obse Wakgari Mar 12, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti mariin raawwii tarsiimoo imaammataa nageenyaarratti hayyoota waliin gaggeeffameera. Hayyoonni nageenyaa, federaaliziimii…
Oduu biyya keessaa Dhala namaa hojii gaarii fi namuusni isaa akka kabachiisu Eebbifamoo Abunee Marqooreewoosirra… Obse Wakgari Mar 12, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Mana Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaa Muftii Hajii Umar Idiriis tokkummaa fi walkabajuun ajjeechaafi buqqaasuu dhabsiisuu…
Oduu biyya keessaa Nageenyaa fi tasgabbii lammiilee eegsisuuf kan yeroo kamiyyuu caalaa cimsee akka hojjetuu Paartiin… Obse Wakgari Mar 12, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC) – Nageenyaa fi tasgabbii lammiilee eegsisuuf kan yeroo kamiyyuu caalaa cimsee akka hojjetuu Paartiin Badhaadhinaa beeksiseera. Paartichi yaa’iisaa…
Oduu biyya keessaa Abbaa dhabuun nama gaddisiisa, abbaan gaaddiduu fi da’oodha-Kaardinaal Birhaana Iyyasuus Obse Wakgari Mar 12, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC) – Abbaa dhabuun nama gaddisiisa, abbaan gaaddiduu fi da’oodhas jedhan Phaaphaasiin Mana Amantaa Kaatoolikii Kaardiinaal Birihaana Iyyasuus sirna…
Oduu biyya keessaa Sirni gaggeessaa Eebbifamoo Abunee Marqooreewoos Addabaabayii Masqalaatti raawwate Obse Wakgari Mar 12, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC) – Sirni gaggeessaa Paatiriyaarikii Mana Amantaa Kiristiyaanaa Ortodoksii 4ffaa eebbifamoo Abunee Marqooreewoos Addabaabayii Masqalaatti raawwateera.…
Oduu biyya keessaa Namoota Cheekii sobaatii Birrii miiliyoona 60 baankiidhaa baasuuf yaalan irratti himanni baname Obse Wakgari Mar 12, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC)- Abbaan Alangaa Cheekii sobaa fi xalayaa mirkaneessa kaffatii fayyadamuun Baankii daldalaa Ityoophiyaarra Birrii miiliyoona 60 baasuuf yaalanii kan turan…
Oduu biyya keessaa Caffeen Oromiyaa wixinee labsii sirna Buusaa Gonofaa MNO qophaa’e irratti qooda fudhattoota… Obse Wakgari Mar 12, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC)- Caffeen Oromiyaa Wixinee Labsii Sirna Buusaa Gonofaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa qophaa'e irratti qooda fudhattoota waliin mari’ateera. Waltajjii Marii…