Oduu biyya keessaa Obbo Galaasaa Dilboon boqotan Sifen Megersa Mar 31, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) – Gameessi qabsoo bilisummaa Oromoo obbo Galaasaa Dilboo addunyaa kanarraa du’aan boqataniiru. Galaasaa Dilboo hoggana ABO duraanii fi…
Oduu biyya keessaa Imalli Badhaadhina Hundagaleessaa keenya gocha badii humnoota finxaaleyyiin hin gufatu! MNO Sifen Megersa Mar 30, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2014 (FBC) - Mootummaa Naannoo Oromiyaa Godina Shawaa Bahaa aanaa Fantaallee, iddoo addaa Qorkee (Awuraa Godaanaa) jedhamutti finxaaleyyii Minjaar keessa socho’an…
Oduu biyya keessaa Wixineen Seeraa HR6600 Ityoophiyaatti jeequmsa kan fiduu fi tattaaffii nageenyaa buusuu kan… Ayana Dheressa Mar 30, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2014 (FBC) – Wixineen Seeraa HR6600 koongransii Ameerikaan dhiyaate Ityoophiyaatti jeequmsa kan fiduu, tattaaffii nageenyaa buusuu kan gufachiisuu fi guddina sirna…
Fayyaa Waliinga’iinsaa fi qulqullina tajaajila fayyaa mirkaneessuuf kan dandeessisu proojektiin Doolaara… Ayana Dheressa Mar 30, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2014 (FBC) – Waliinga’iinsaa fi qulqullina tajaajila fayyaa mirkaneessuuf kan dandeessisu proojektiin Doolaara miiliyoona 22.7 dhiyaateera. Baasiin…
Oduu biyya keessaa Saa’uud Arabiyaarraa marsaa 2ffaan lammiileen 438 gara biyyaa deebi’an Ayana Dheressa Mar 30, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2014 (FBC) – Saa’uud Arabiyaarraa marsaa 2ffaan lammiileen 438 gara biyyaa deebi’aniiru. Guyyaa har’aa waaree booda lammiileen Ityoophiyaa 438 Saa’uud…
Oduu biyya keessaa Adeemsa lammiilee Saa’uud Arabiyaarraa deebi’an simannaarraa hanga deebisanii dhaabuu jiru… Ayana Dheressa Mar 30, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2014 (FBC) – Adeemsa lammiilee Saa’uud Arabiyaarraa deebi’an simannaarraa hanga deebisanii dhaabuu jiru milkeessuuf qophii ga’aan taasifamuun gara hojiitti galamuu…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan yaa’ii Ce’umsa Inarjii Barliin 8ffaarratti hirmaachaa jiraachuu ibsame Ayana Dheressa Mar 30, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan yaa’ii Ce’umsa Inarjii Barliin 8ffaarratti hirmaachaa jiraachuu ibsame. Yaa’icharratti Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii…
Teeknooloojii Chaayinaan Doonii Elektirikaa saffisaa addunyaa jedhame hojiirra oolchite Sifen Megersa Mar 30, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2014 (FBC) – Chaayinaan Doonii Elektirikaa sadarkaa addunyaatti saffisaa jedhame hojiirra oolchuu beeksiifte. Imaltoota kuma 1 fi 3 fe’uuf…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Keeniyaan dhimmoota nageenyaarratti wal deeggaruuf walii galuu ibsame Ayana Dheressa Mar 30, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Keeniyaan dhimmoota nageenyaarratti wal deeggaruuf walii galuu ibsameera. Itaamaajuurshuumiin Waliigalaa Humna Waraanaa Ityoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Saa’uud Arabiyaa deebi’an haala rakkisaa sana keessa ba’uun gara biyyaa deebi’uu… Sifen Megersa Mar 30, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2014 (FBC) – Lammiileen Saa’uud Arabiyaa deebi’an haala rakkisaa sana keessa ba’uun gara biyyaatti nagaan deebi’uusaanitti gammaduu ibsaniiru.…