Oduu biyya keessaa Obbo Ristuu Yirdaaw hospitaala jalqabaa Kaambaa daawwatan Ayana Dheressa Mar 24, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Preezdaantiin naannoo Uummattoota Kibbaa obbo Ristuu Yirdaaw godina Gaamootti hospitaala sadarkaa jalqabaa Kaambaa daawwatan. Obbo Ristuun…
Ispoortii Shaampiyoonaan Atleetiksii Ityoophiyaa 51ffaan Bitooteessa 19, 2014 eegalee magaalaa Hawaasatti ni… Sifen Megersa Mar 24, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaan Atleetiksii Ityoophiyaa 51ffaan Bitooteessa 19, 2014 eegalee magaalaa Hawaasatti kan gaggeeffamu ta’uu Federeeshiniin…
Oduu biyya keessaa Jilli obbo Abarraa Warquun durfamu hojiilee misoomaa Qonnaa Aanaa Dabra Libaanoos daawwate Sifen Megersa Mar 24, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Jilli Hogganaa Biiroo Qonna Oromiyaa obbo Abaraa Warquun durfamuu Hojiilee misooma Qonnaa Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Dabra Libaanoos daawwateera.…
Biiznasii Jimmaatti dhadhaa fi dammi wantoota farra fayyaa namaa ta’aniin makamuun gabaaf dhiyaachuuf ture… Ayana Dheressa Mar 24, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti dhadhaa fi dammi wantoota farra fayyaa namaa ta’aniin makamuun gabaaf dhiyaachuuf ture too'annaa jala oole. Shakkamaan dhadhaa fi…
Oduu biyya keessaa Warshaaleen bishaanii 21 ol hojii dhaaban Ayana Dheressa Mar 24, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Warshaaleen bishaanii 21 ol hojii dhaabuu ibsame. Abbootiin qabeenyaa warshaalee bishaanii Ministeera Indaastirii, Ministeera Daldalaa fi Walitti…
Oduu biyya keessaa Ragga’uun Wixinee HR 6600 siyaasaa fi diinagdee Ityoophiyaa kan miidhu ta’uusaan akka hin raggaaneef… Ayana Dheressa Mar 24, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Ragga’uun Wixinee HR 6600 fi S 3199 siyaasaa fi diinagdee Ityoophiyaa kan miidhu ta’uusaan akka hin raggaaneef hojjetamuu qaba jedhan dubbii himaan…
Teeknooloojii Ityoo – Teeleekoom tajaajila Intarneetii haaraa mana keessaa 4G jedhamu beeksiise Sifen Megersa Mar 24, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Ityoo – Teeleekoom tajaajila Intarneetii haaraa mana keessaa 4G jedhamu beeksiise. Dhaabbatichi Tajaajila Intarneetii Broodbaandii haada…
Idil Addunyaa Naajeeriyaan warshaa xaa’oo Afrikaarraa guddaa ta’e hojii eegalchiiste Ayana Dheressa Mar 24, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Naajeeriyaan warshaa xaa’oo Afrikaarraa guddaa ta’e hojii eegalchiisuu gabaafame. Biyyattiin warshaa xaa’oo Afrikaarraa guddaa ta’ee Doolaara…
Oduu biyya keessaa Torbeen aadaa bifa adda ta’een Magaalaa Shaashamanneetti ni kabajama – Biiroon Aadaa fi… Sifen Megersa Mar 24, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Guyyaan Torbee Aadaa bifa adda ta'een Naannoo Oromiyaa Magaalaa Shaashamanneetti kan kabajamu ta'uu Biiroon Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Masfin Xaasawu hojii raawwachiisaa olaanaa Daandii Qilleensa Ityoophiyaa ta’uun muudaman Ayana Dheressa Mar 24, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Obbo Masfin Xaasawu hojii raawwachiisaa olaanaa Daandii Qilleensa Ityoophiyaa ta’uun muudamaniiru. Daandii qilleensichaa waggoota dheeraaf hojii…