Oduu biyya keessaa Aartiist ‘Giraand P’ Paarkii Tokkummaa daawwate Sifen Megersa Feb 9, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) – Namoota hedduun ‘Giraand P’ jedhamuun kan beekkamu lammiin Giinii Aartiist Muusaa Saandiiyaanaa Kaabaan Paarkii Tokkummaa daawwateera.…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Gaanfa Afrikaatti ergamaa addaa Gamtaa Awurooppaa waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 9, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Gaanfa Afrikaatti jila ergamaa addaa Gamtaa…
Oduu biyya keessaa Chaayinaan lammiilee Kaaba Ityoophiyaatti buqqa’aniif deeggarsa namoomaa toonii kuma 2 ol taasiifte Sifen Megersa Feb 9, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) – Chaayinaan lammiilee Kaaba Ityoophiyaatti sababa waraanaan buqqa’aniif midhaan nyaataa deeggarsa namoomaaf oolu Toonii kuma 2 fi 160…
Oduu biyya keessaa Lammiilee naannoo Afaar garee shororkeessaa ABUTiin buqqaafamaa jiraniif furmaatni ariifachiisaan… Ayana Dheressa Feb 9, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) – Lammiilee naannoo Afaar garee shororkeessaa ABUTiin qe’ee fi qabeenyasaaniirraa buqqaafamaa jiraniif furmaatni ariifachiisaan kan barbachisu ta’uu…
Oduu biyya keessaa Magaalota waraanaan miidhaman waaraan dhaabuuf xiyyeeffannoon ni hojjetama- Ministeera Magaalaa fi… Ayana Dheressa Feb 9, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) – Magaalota waraanaan miidhaman waaraan dhaabuuf xiyyeeffannoon kan hojjetamu ta’uu Ministeerri Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa beeksise.…
Teeknooloojii Iraan Misaa’ela fageenya dheeraa haaraa ifoomsite Ayana Dheressa Feb 9, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) – Iraan Misaa’ela fageenya dheeraa imalu haaraa Keeyibaar Sheeyikaan jedhamu ifoomsuu beeksifte. Misaa’elichi bakka ajajaa olaanaan humna waraanaa…
Oduu biyya keessaa Preezdaantonni naannolee Amaaraa fi Beenishaangul Gumuz haala yeroorratti waliin mari’atan Ayana Dheressa Feb 9, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) – Preezdaantiin naannoo Amaaraa Dookatr Yiliqaal Kaffaalaa fi Preezdaantiin naannoo Beenishaangul Gumuz Obbo Ashaadiilii Hasan haala yeroorratti waliin…
Oduu biyya keessaa Jilli obbo Shimallis Abdiisaan durfamu magaalaa Jigjigaa gale Sifen Megersa Feb 9, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) –Jilli Preezdaantii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamu magaalaa Jigjigaa galeera. Jilichi wayita magaalaa…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Magaalaa Finfinnee yaa’ii idilee isaa guyyaa boruu kan gaggeessu ta’uu ibsame Ayana Dheressa Feb 9, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) – Manni Maree magaalaa Finfinnee yaa’ii idilee 1ffaa bara hojii 3ffaa guyyaa boruu kan gaggeessu ta’uu ibsame. Daayreektarri Preesii fi sabquunnamtii…
Oduu biyya keessaa Taateewwan sababa walitti bu’iinsaan raawwataman kan isaan gaddisiise ta’uu Ittaantuun Barreessituu… Ayana Dheressa Feb 9, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) – Taateewwan sababa walitti bu’iinsaan Ityoophiyaatti raawwataman kan isaan gaddisiise ta’uu Ittaantuun Barreessituu Olaantuu Dhaabbata Mootummoota…