Ispoortii Galgala har’aa Burkinaafaasoo Vs Ityoophiyaa Sifen Megersa Jan 17, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2014 (FBC) - Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa tapha ramaddii xumuraa har’a galgala Burkinaafaasoo waliin ni taphata. Taphoota lamaan…
Ispoortii Taphoota Waancaa Afrikaa har’a waaree boodaa eegalee gaggeeffameen Tuuniziyaan Mooritaaniyaa… Sifen Megersa Jan 16, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2014 (FBC) - Taphoota Waancaa Afrikaa 33ffaa har'a waaree boodaa eegalee gaggeeffameen Tuuniziyaan Mooriitaaniyaa yoo injifatu Iyvoorii Koost Seeraliyoon waliin…
Idil Addunyaa Dubbii Himaa mootummaa Somaaliyaa Mahaamad Ibraahiim Moo’aaliimuurratti yaaliin ajjeechaa… Sifen Megersa Jan 16, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2014 (FBC) - Dubbii Himaa mootummaa Somaaliyaa Mahaammad Ibraahiim Moo'aaliimuurratti yaaliin ajjeechaa magaalaa guddittii biyyaattii Moqaadishootti taasiifameera.…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Tooltaatti balaa Ibiddaa muudateen lubbuu nama tokkoo yoo darbu, manneen jireenyaa 12 irra… Sifen Megersa Jan 16, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2014 (FBC) - Godina Oomoo Kibbaa Magaalaa Tooltaatti balaa Ibiddaa muudateen lubbuu nama tokkoo yoo darbu, manneen jireenyaa 12 irra miidhaan qaqqabuu Poolisiin…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Cuuphaa rakkoo nageenyaa tokko malee karaa nagaan akka kabajamu qophii ga’aan… Sifen Megersa Jan 16, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2014 (FBC) - Ayyaanni Cuuphaa rakkoo nageenyaa tokko malee karaa nagaan akka kabajamu qophii ga'aan taasiifamuu Komishiniin Poolisii magaalaa Finifinnee beeksiiseera.…
Oduu biyya keessaa Harargee Lixaa Aanaalee Mi’eessoo fi Gumbii Bordoddeetti Harka qalleeyyiif deeggarsa taasifame Sifen Megersa Jan 16, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2014 (FBC) - Harargee Lixaa Aanaalee Mi'eessoo fi Gumbii Bordoddeetti Harka qalleeyyiif deeggarsi akaakuu Birri Miiliyoona1 olitti tilmaamamu taasifameera. Godina…
Ispoortii Shampiyoonaan Ispoortii Aadaa Godina Shawaa Kaabaa guyyoota sagaliif gaggeeffamaa ture har’a… Sifen Megersa Jan 16, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2014 (FBC) - Shampiyoonaan Ispoortii Aadaa Aanalee Godina Shawaa Kaabaa kudha sadii fi Bulchiinsa Magaalaa tokko jidduutti gosoota ispoortii aadaa Shaniin guyyoota…
Oduu biyya keessaa Lammiilee Naannoo Afaarii buqqa’aniif deeggarsi Doolaara Kaanaadaa kuma 88 taasiifame Sifen Megersa Jan 16, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2014 (FBC) - Neetworkiin Ityoo - Kaanaadaa deeggarsa hawaasummaa Lammiilee Naannoo Afaarii sababa weerara ABUTtiin qa'ee fi qabeenya isaanirraa buqqa'aniif deeggarsi…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalaa Finfinnee lammiilee godina Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii… Sifen Megersa Jan 16, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2014 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Finfinnee lammiilee godina Booranaa sababa hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 50 taasiiseera. Bulchiinsi magaalichaa…
Oduu biyya keessaa Bulchiisni Magaalaa Jimmaa namoota Mana Jireenyaa hin qabneef 629f lafa Mana Jireenyaa laate Sifen Megersa Jan 16, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2014 (FBC) - Bulchiisni Magaalaa Jimmaa namoota Mana Jireenyaa hin qabne waldaalee 28 jalatti ijaaraman 629f lafa Mana Jireenyaa laateera. Itti Gaafatamaa Waajjira…