Biiznasii Damee oomishaarraa galiin Doolaarri miiliyoonni 238 ol argame Sifen Megersa Jan 24, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC) – Baatiwwan jahaan darban damee oomishaarraa galiin Doolaarri miiliyoonni dhibbi 2 fi miiliyoonni 38 ol argamuu Ministeerri Indaastirii…
Oduu biyya keessaa Deeggarsi mootummaan bakkeewwan hongeen mudatetti taasisaa jiru cimee itti fufa- Komishinar Mitikkuu… Ayana Dheressa Jan 24, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC) – Deeggarsi mootummaan bakkeewwan gammoojjii hongeen mudatetti taasisaa jiru cimee kan itti fufu ta’uu Komishinarri Komishinii Hoggansa Sodaa Balaa Mitikkuu…
Biiznasii Albuudni qabeenya uumamni dachee keenya badhaasedha – Preezdaant Shimallis Abdiisaa Sifen Megersa Jan 24, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC) -Albuudni qabeenya uumamni dachee keenya badhaasedha jedhan Preezdaantiin naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan. "Qabeenya Albuudaa…
Oduu biyya keessaa Dhaabbata dhiyeessaa tajaajila Loojistikii Dubaay Diippii Warlid waliin hojjechuuf waliigalleerra-… Ayana Dheressa Jan 24, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistikii aadde Daagmaawiit Mogas dura taa’aa fi hojii raawwachiisaa dhaabbata dhiyeessaa tajaajila Loojistikii…
Uncategorized Dhaabbata dhiyeessaa tajaajila Loojistikii Dubaay Diippii Warlid waliin hojjechuuf waliigalleerra-… Ayana Dheressa Jan 24, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistikii aadde Daagmaawiit Mogas dura taa’aa fi hojii raawwachiisaa dhaabbata dhiyeessaa tajaajila Loojistikii…
Oduu biyya keessaa Jilli Preezdaant Shimallis Abdiisaan durfamu naannoo Oromiyaatti Fooramii fi egzibiishii albuuda… Obse Wakgari Jan 24, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC)- Jilli Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaan obbo Shimallis Abdiisaan durfamu naannoo Oromiyaatti Fooramii fi egzibiishii albuuda jalqabsiiseera.…
Oduu biyya keessaa Hojiin horsiise bultoota sababa waraanaan miidhamanii deebisanii dhaabuu karooraan qabatamee… Ayana Dheressa Jan 24, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC) – Hojiin horsiise bultoota sababa waraanaan miidhamanii deebisanii dhaabuu karooraan qabatamee hojjetamuu akka qabu Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataatti…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsa Godina Saba Oromootti konfiraansiin hawaasa gaggeeffamaa jira Obse Wakgari Jan 24, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC)- Bulchiinsa Godina Saba Oromootti konfiraansiin hawaasa gaggeeffamaa jira. Konfiraansicharratti preezdaantiin naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal Kaffaalaa,…
Oduu biyya keessaa Balaa tiraafikaa muudateen lubbuun namoota 20 darbe Sifen Megersa Jan 24, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC) - Konkolaataan deddeebisa ummataa Ibinaatii gara Saqoxaa imalaa ture tabba keessatti kufuun lubbuun namoota 20 darbuu ibsame. Konkolaataan…
Oduu biyya keessaa Hongeen godina Booranaatti mudate jireenya hawaasaarratti balaa aggaamuu ibsame Ayana Dheressa Jan 24, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC) – Hongeen godina Booranaatti mudate miidhaa beelladarraan ga’een cinaatti jireenya hawaasaarratti balaa aggaamuu haawaasni godinichaa ibsan. Miidhaa…