Oduu biyya keessaa Magaalaan Harbuu Tajaajila humna elektirikaa argatte Sifen Megersa Dec 14, 2021 0 Finfinnee, Muddee 5, 2014 (FBC) – Magaalaan Harbuu Tajaajila Humna Elektirikaa argachuu eegalte. Sababa weerara garee Shororkeessaa ABUTtiin adda cite kan ture Tajaajilli Humna…
Biiznasii Abbaan taayitichaa baatiwwan shan keessaatti galii Birrii miiliyoona dhibba 7 fi miiliyoona 41.9 ol… Obse Wakgari Dec 14, 2021 0 Finfinnee, Muddee 5, 2014 (FBC)- Abbaan Taayitaa Bishaanii fi Dhangala’aa magaalaa Finfinnee baatiwwan shan keessaatti galii Birrii miiliyoona dhibba 7 fi miiliyoona 41.9 ol walitti qabu…
Idil Addunyaa Afrikaan Kibbaa dhukkubsattoota vaayrasii koroonaa lakkoofsaan heddumaatan galmeessite Obse Wakgari Dec 14, 2021 0 Finfinnee, Muddee 5, 2014 (FBC)- Afrikaan Kibbaa sa’aatii 24 keessaatti dhukkubsattoota vaayrasii koroonaa lakkoofsaan heddumaatan galmeessitetti. Biyyichatti sa’aatii 24 keessaatti…
Oduu biyya keessaa Caasaaleen Biiroon Dhimma Dubartootaa fi Jaarmiyaalee Dubartootaa Oromiyaa galaa qopheessaa turan… Sifen Megersa Dec 14, 2021 0 Finfinnee, Muddee 5, 2014 (FBC) – Caasaaleen Biiroo Dhimma Dubartootaa fi Jaarmiyaaleen dubartootaa Oromiyaa Galaa qopheeessaa turan Raayyaa Ittisa Biyyaaf laachaa jiraachuu…
Oduu biyya keessaa Godina Harargee Bahaatti lafa hektaara kuma 26 ol jallisii Boneen Qamadii misoomsuun eegalame Sifen Megersa Dec 14, 2021 0 Finfinnee, Muddee 5, 2014 (FBC) – Godina Harargee Bahaatti lafa hektaara kuma 26 ol jallisii Boneen Qamadii misoomsuun eegalamuu Waajjirri Qonnaa godinichaa beeksiise. Hojii duula…
Oduu biyya keessaa Adeemsi talaallii COVID-19 dhiibbaa amantaa kamiyyuu kan hin qabaannee ta’uu Yaa’iin Dhaabbilee… Obse Wakgari Dec 14, 2021 0 Finfinnee, Muddee 5, 2014 (FBC)- Dhibee COVID-19 fi HIV EDS’f adeemsi wallansaa fi talaallii dhiibbaa amantaa kamiyyuu kan hin qabaannee ta’uu Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa ibseera. Yaa’ichi…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Magaalaa Dirree Dawaa Yaa’ii Ariifachiisaa gaggeesseen labsiiwwwan garaagaraa… Sifen Megersa Dec 14, 2021 0 Finfinnee, Muddee 5, 2014 (FBC) – Manni Maree Magaalaa Dirree Dawaa Yaa’ii ariifachiisaa 7ffaa bara hojii 3ffaa waggaa 1ffaa har'a gaggeessee muudamootaa fi wixineewwan labsii…
Biiznasii Gareen shororkeessaa ABUT warshaalee magaalaa Kombolchaa saamuu fi barbadeessuu ibsame Sifen Megersa Dec 14, 2021 0 Finfinnee, Muddee 5, 2014 (FBC) – Gareen shororkeessaa ABUT warshaalee fi galteewwan magaalaa Kombolchaa saamuu fi barbadeessuu ibsameera. Jilli Gaazeexeessitootaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Warqinaa Gabayyoo Preezdaantii Naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaammada waliin mari’atan Sifen Megersa Dec 14, 2021 0 Finfinnee, Muddee 5, 2014 (FBC) – Barreessaa Olaanaan Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa Dooktar Worqinaa Gabayyoo, Preezdaantii Mootummaa Naannoo Somaalee obbo Muusxafee Mohammad…
Oduu biyya keessaa Qormaatilee Ityoophiyaa muudatan hunda wareegama barbaachisu kaffaluun injifachuu gochaan… Obse Wakgari Dec 14, 2021 0 Finfinnee, Muddee 5, 2014 (FBC)-Preezdaantiin Naannoo Kibbaa obbo Ristuu Yirdaa qormaatilee Ityoophiyaa muudatan hunda wareegama barbaachisu kaffaluun uummata injifachuu danda’uu ta’uu…