Oduu biyya keessaa Magaalaan Saqoxaa harka garee shororkeessaa jalaa bilisoomte Sifen Megersa Dec 22, 2021 0 Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) – Magaalaan Saqoxaa harka garee shororkeessaa jalaa bilisoomuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibseera. Humni waloo nageenyaa injifannoo…
Oduu biyya keessaa Gareen shororkeessaa ABUT dirqamee ta’us moo’atamuu isaa amanaa jira Sifen Megersa Dec 22, 2021 0 Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) – Gareen shororkeessaa ABUT dirqamee ta’us moo’atamuu isaa amanaa jiraachuu ibsi hoggantoonni garichaa laatan ni muul’isa jedhame.…
Fayyaa Iddoon dhaabbii fi buufanni bobbii Ambulaansii Birrii miiliyoona 90 oliin ijaarrame tajaajila eegale Sifen Megersa Dec 22, 2021 0 Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Iddoon dhaabbii fi buufanni bobbii Ambulaansii Birrii miiliyoona 90 oliin ijaarrame tajaajila eegaluu ibsame. Ministeerri…
Oduu biyya keessaa MNO Inistiitiyuutii Ji’oospaashaali Ityoophiyaarraa kaartaa tuuristii fudhate Ayana Dheressa Dec 22, 2021 0 Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa Inistiitiyuutii Ji’oospaashaali Ityoophiyaarraa kaartaa Tuuristii fudhate. Kaartichi qabeenya tuurizimii Oromiyaan qabdu…
Oduu biyya keessaa Manneen Barnootaa naannoo Hararii 11 Kaarkulama barnootaa haaraa hojiirra oolchuuf yaalii eegalan Sifen Megersa Dec 22, 2021 0 Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) – Manneen Barnootaa naannoo Hararii 11 Kaarkulama barnootaa haaraa hojiirra oolchuuf yaalii eegaluu Biiroon Barnootaa naannichaa beeksiise. Hojiirra…
Oduu biyya keessaa MNO fi dhaabbileen garaagaraa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasisan Ayana Dheressa Dec 22, 2021 0 Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa fi dhaabbileen garaagaraa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasisuu ibsame. Walitti qabaan Koree Sassaabbii deeggarsaa…
Biiznasii Ayyaana Qillee fi Cuuphaan walqabatee qaala’iinsi gatii akka hin muuddanne bittaan Zayita liitira… Sifen Megersa Dec 22, 2021 0 Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) – Ayyaana Qillee fi Cuuphaan walqabatee qaala’iinsi gatii akka hin muuddanne bittaan Zayita nyaataa liitira miiliyoona 5 raawwachaa jiraachuu Dhaabbanni…
Oduu biyya keessaa Godinichatti oppireeshinii qindaa’aa qamoleen nageenyaa gaggeessaniin namoonni 62 farra nageenyaan… Ayana Dheressa Dec 22, 2021 0 Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC)- Naannoo Beenishaangul Gumuz Godina Kamaashiitti sakattoo fi oppireeshinii qindaa’aa qamoleen nageenyaa gaggeessaniin namoonni 62 farra nageenyaan…
Oduu biyya keessaa Godina Wallagga Bahaatti miseensonni Shanee meeshaalee waraanaa waliin to’ataman Sifen Megersa Dec 22, 2021 0 Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) – Godina Wallagga Bahaa Aanaa Guutoo Giddaatti miseensonni Shanee meeshaalee waraanaa gosa adda addaa waliin to'atamuu ibsame. Aanichaa…
Oduu biyya keessaa Godinichatti hojiin qonna qamadii jallisii bonee % 94 ol misoomuu ibsame Ayana Dheressa Dec 22, 2021 0 Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC)- Godina Arsii Lixaatti lafa heektaara kuma 12 fi 788 irratti qamadii jallisii boneen misoomsuuf karoorfamee hanga yoonaatti lafti hektaarri kuma 12 fi 37…