Oduu biyya keessaa Preezdaant Musxafeen jaarsoolii biyyaa waliin mari’atan Obse Wakgari Nov 6, 2021 0 Finfiinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaammad haala waqtaawaa biyyarratti jaarsoolii biyyaa waliin mari’ataniiru. Jaarsooliin biyyaa…
Oduu biyya keessaa Hiriirri balaaleffannaa garee ABUT magaalaa Haramaayaatti gaggeeffamaa jira Obse Wakgari Nov 6, 2021 0 Finfiinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC)- Hiriirri balaaleffannaa garee ABUT magaalaa Haramaayaatti gaggeeffamaa jira. Hiriirricharrattis kutaalee hawaasaa dargaaggootaa, hojjettoota…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Dirree Dawaa barattoota kuma 3 fi 500 ol eebbisiisa jira Obse Wakgari Nov 6, 2021 0 Finfiinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin Dirree Dawaa barattoota ogummaa garaagaraatin barsiisaa ture kuma 3 fi 500 ol eebbisiisa jira. Yuunvarsiitichi barattoota sagantaa…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Dirree Dawaa barattoota kuma 3 fi 500 ol eebbisiisa jira Obse Wakgari Nov 6, 2021 0 Finfiinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin Dirree Dawaa barattoota ogummaa garaagaraatin barsiisaa ture kuma 3 fi 500 ol eebbisiisa jira. Yuunvarsiitichi barattoota…
Oduu biyya keessaa Hiriirri balaaleffannaa gareewwan shororkeessaa ABUT fi Shanee magaalaa Soddootti gaggeeffamaa jira Obse Wakgari Nov 6, 2021 0 Finfiinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC)- Hiriirri balaaleffannaa gareewwan shororkeessaa ABUT fi Shanee godina Walaayiittaa magaalaa Soddootti gaggeeffamaa jira. Hiriiricharrattis…
Oduu biyya keessaa Yeroo qormaanni nu muudateetti ijoolleen Ityoophiyaa daangaa hanga daangaatti ka’aaniiru-MM Abiy… Obse Wakgari Nov 6, 2021 0 Finfiinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC)- Yeroo qormaanni nu muudateetti ijoolleen Ityoophiyaa daangaa hanga daangaatti ka’aaniiru jechuun Muummeen Ministira Abiy Ahimad ibsaniiru. MM Abiy…
Oduu biyya keessaa Jilli preezdaant Shimallis Abdiisaan durfamu sagantaa ‘Oro Fresh’ ifatti eegachiise Obse Wakgari Nov 6, 2021 0 Finfiinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC)- Jilli preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdisaan durfamu oomisha Kuduraa fi Muduraa qonnaan bulaarraa kallattiin itti…
Oduu biyya keessaa Godina Arsii Lixaatti hiriirri mormii ABUT fi Shanee gaggeeffamaa jira Obse Wakgari Nov 6, 2021 0 Finfiinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC)-Jiraattonni godina Arsii Lixaa hiriira balaaleffannaa murna ABUT fi Shanee gaggeessaa jiru. Hawaasni aanaalee godinichaa 13 fi bulchiinsa magaalaa…
Oduu biyya keessaa Godina Gujii Lixaatti hiriirri mormii ABUT fi Shanee gaggeeffamaa jira Obse Wakgari Nov 6, 2021 0 Finfiinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC)-Jiraattonni, hojjetaan mootumaa akkasumas kutaan hawaasa garagaraa aanaa Bulee Horaa, Bulchiinsa Magaalaa Bulee Horaa fi Godina Gujii Lixaa hiriira…
Oduu biyya keessaa Ibsa Izzii Qajeelcha Labsii yeroo ariifachiisarraa kenname Sifen Megersa Nov 5, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 26, 2014 (FBC) – Ajejni (Izziin) Qajeelcha Labsii yeroo ariifachiisaa akkaataa labsii lakkoofsa 5/2014tiin guyyaa har'aa ifatti hojii jalqabuu ibseera. Izzichi…