Ispoortii Ityoophiyaa 7 – 0 Jiibuutii Sifen Megersa Oct 30, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa dubartootaa Biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii dorgommii seekaafaan gita isaa Jiibuutii goolii 7 fi 0n…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalaa Finfinnee miseensota paartii morkattootaaf muudama laate Sifen Megersa Oct 30, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2014 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee kutaalee magaalichaa garaagaraatti miseensota paartii morkattootaaf muudama laateera. Haaluma kanaan:- 1.Obbo…
Oduu biyya keessaa Garee shororkeessaa ABUT yeroo gabaabaatti akka hin deebinetti gaggeessuun barbaachisaadha – Paartii… Sifen Megersa Oct 30, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2014 (FBC) – Diina waloo ummata Ityoophiyaa kan ta’e garee shororkeessaa ABUT yeroo gabaabaatti akka hin deebinetti gaggeessuun barbaachisaa ta’uu…
Biiznasii Naannoo Oromiyaatti baatiwwan sadan darban lammiilee kuma dhibba 3 fi kuma 61f carraan hojii uumamuu… Sifen Megersa Oct 30, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2014 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti baatiwwan sadan darban lammiilee kuma dhibba 3 fi kuma 61f carraan hojii dhaabbii uumamuu Biiroon Carraa Hojii Uumuu fi Kalaqaa…
Biiznasii Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 52 olitti tilmaamamu to’atame Sifen Megersa Oct 30, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2014 (FBC) – Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 52 fi kuma dhibba 6 olitti tilmaamamu to’atamuu Komishiniin Gumrukaa beeksiise.…
Fayyaa Sirni fayyaa hawaasaaf deebii akka laatu ni hojjetama – Dooktar Liyaa Sifen Megersa Oct 30, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2014 (FBC) – Sirna Fayyaa hawaasaaf deebii laatu taasiisuuf kan hojjetamu ta’uu Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan ibsan.…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Gaambeellaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 1 fi 225 eebbisiise Sifen Megersa Oct 30, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Gaambeellaa barattoota ogummaa garaagaraan digirii jalqabaa fi digirii 2ffaan barsiisaa ture kuma 1 fi 225 eebbisiiseera.…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Haramayaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture eebbisiise Sifen Megersa Oct 30, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Haramayaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 4 ol marsaa 66ffaaf eebbisiisuu ibsameera. Yuunvarsiitichi…
Oduu biyya keessaa Haleellaa humni nageenyaa waloon fudhatuun injifannoon argamaa jira – Tajaajila Kominikeeshinii… Sifen Megersa Oct 30, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2014 (FBC) – Haleellaa humni nageenyaa waloon fudhatuun gareeN shororkeessaa ABUT barabdaa’aa fi injifatamaa jiraachuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa…
Fayyaa Yaa’iin waggaa damee Fayyaa 23ffaan magaalaa Jigjigaatti eegalame Sifen Megersa Oct 30, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2014 (FBC) – Yaa’iin waggaa damee Fayyaa 23ffaan magaalaa Jigjigaatti mata duree ‘boqonnaa haaraan sirna fayyaa deebii laatu’ jedhuun eegalameera.…