Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Sep 10, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ergaa baga geessanii bara haaraa dabarsaniiru. Baga bara 2014 nagaan geessan jedhaniiru. Bara haaraa kana wayita…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Adaamaatti Dhadhaan, Dammii fi Barbareen wantoota alagaa waliin walitti makamuun gabaaf… Sifen Megersa Sep 10, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) - Magaalaa Adaamaatti Dhadhaan, Dammii fi Barbareen wantoota farra fayya ta'an waliin walitti makamuun gabaaf dhiyaachuuf turan to'atamuu Abbaan Taayitaa…
Oduu biyya keessaa Jijjiirramaa as qormaatilee akka biyyatti nu qunname deeggarsa ummataan dabarreerra – Paartii… Sifen Megersa Sep 10, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa bara haaraa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarseera. Jijjiirramaa as qormaatilee akka biyyatti nu qunname deeggarsa…
Oduu biyya keessaa Gamtaan Afrikaa Giinii Miseensummaarraa dhorke Sifen Megersa Sep 10, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) – Gamtaa Afrikaatti Qaljeelchi Dhimmoota Siyaasaa, nageenyaa fi Tasgabbii fonqolcha mootummaa biyyattiitti gaggeeffame hordofee Giinii…
Oduu biyya keessaa Naannoo Amaaraatti sirreeffamtoota amalaa kuma 2 fi 936f dhiifamni taasiifame Sifen Megersa Sep 10, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) – Bulchiinsi Naannoo Amaaraa Ayyaana bara haaraa sababeeffachuun sirreeffamtoota amalaa kuma 2 fi 936f dhiifama taasiise. Manni Maree naannichaa…
Oduu biyya keessaa Weerara gareen Shororkeessaa ABUT naannoo Afaaritti raawwateen qabeenyi hedduun barbadaa’uu ibsame Sifen Megersa Sep 10, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) – Weerara gareen Shororkeessaa ABUT naannoo Afaar aanaalee 4 keessatti raawwateen qabeenyi hedduun barbadaa’uu ibsameera. Garichi iddoolee…
Oduu biyya keessaa Dureewwan Amantaalee garaagaraa ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Sep 10, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) – Dureewwan Amantaalee garaagaraa ergaa baga geessanii Ayyaana bara haaraa 2014 dabarsaniiru. Paatiriyaarikiin mana Amantaa Kiristiyaanaa…
Oduu biyya keessaa Loltoota leenjii bu’uuraa fudhachuun Raayyaa Ittisaatti makamaniif simannaan gootaa taasiifame Sifen Megersa Sep 10, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) – Loltoota leenjii bu’uuraa fudhachuun adda waraanaa Walloon Raayyaa Ittisaatti makamaniif simannaan gootaa taasiifameera. Diinoonni…
Oduu biyya keessaa Fulbaana 1,2014 Ayyaana bara haaraa sababeeffachuun Madfiin yeroo 21f ni dhuka’a – Ministeera… Sifen Megersa Sep 10, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) – Guyyaa boruu Fulbaana 1,2014 Ayyaana bara haaraa sababeeffachuun Madfiin yeroo 21f kan dhuka’u ta’uu Ministeerri Raayyaa Ittisaa beeksiise.…
Oduu biyya keessaa Ogeeyyiin aartii biyya keenyaa ogummaan dhaabuuf kaka’umsi agarsiisaan kan dinqisifatamuudha-MM Abiy Obse Wakgari Sep 10, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC)- Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ogeeyyiin aartii biyya keenyaa ogummaan dhaabuuf kaka’umsi agarsiisaan kan dinqisifatamuudha jedhaniiru. Muummichii…