Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ministira Alaa Noorwey waliin mari’atan Sifen Megersa Sep 23, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Noorwey Maarii…
Fayyaa Ministeerichi haala fayyaa lammiilee iddoo tursa yeroo jiranii daawwate Obse Wakgari Sep 23, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC)- Hooggantoonni Ministeera Fayyaa haalaa fayyaa lammiileen iddoo tursa yeroo Walloo jiran daawwachuu ibsameera. Dhaabbilee fayyaa garee shororkeessaa…
Oduu biyya keessaa Nageenyaa fi tasgabbii naannichaa kabachiisuuf oppireeshiniin itti fufiinsa qabu gaggeeffamaa… Sifen Megersa Sep 23, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC) – Nageenyaa fi tasgabbii naannichaa kabachiisuuf oppireeshiniin itti fufiinsa qabu gaggeeffamaa jiraachuu Komishiniin Poolisii Naannoo Oromiya…
Fayyaa Ameerikaan talaallii Covid -19 Doozii kuma dhibba 4 fi kuma 53 ol Ityoophiyaaf deeggarsa taasiifte Sifen Megersa Sep 23, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC) – Ameerikaan talaallii Covid -19 Joonsan and Joonsan jedhamu Doozii kuma dhibba 4 fi kuma 53 ol Ityoophiyaaf deeggarsa taasiifteerti.…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Alamtsaay Ministira Ministeera Bishaanii fi Naannoo Yuugandaa waliin mari’atan Obse Wakgari Sep 23, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC)-Yuugaandaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Alamtsaay Masarat Ministira Ministeera Bishaanii fi Naannoo Yuugandaa Saam Chiiptooriis waliin mari’ataniiru…
Oduu biyya keessaa Godina Harargee Lixaatti barattoota harka qalleeyyiif deeggarsi meeshaalee barnootaa taasiifame Sifen Megersa Sep 23, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC) – Godina Harargee Lixaatti tajaajila tola ooltummaan barattoota harka qalleeyyiif deeggarsi meeshaalee barnootaa Birrii kuma dhibba 7 fi kuma 91 baasu…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonnii fi hojjettoonni Koomishinii Gumurukaa sochii ‘Poostaa Adii gara Masaraa Adii’ jedhuuf… Obse Wakgari Sep 23, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC)- Hoggantoonnii fi hojjettoonni Koomishinii Gumurukaa sochii ‘Poostaa Adii gara Masaraa Adii’ jedhuuf mallattoosaanii kaa’aniiru.…
Oduu biyya keessaa Ityoo Teeleekoom barattoota harka qalleeyyii kuma 4 fi 288 dabtara arjoome Sifen Megersa Sep 23, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC) – Ityoo Teeleekoom barattoota harka qalleeyyii damee giddugala kaabaa jala jiran kuma 4 fi 288f dabtara arjoomeera. Ityoo Teeleekoom misooma…
Oduu biyya keessaa Jilli Dooktar Injinaar Geetaahuun Makuriiyaatin durfamu mana Barumsaa sadarkaa 1ffaa Bashaashaa… Obse Wakgari Sep 23, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC)- Jilli Ministira Ministeera Barnoota Dooktar Injinaar Geetaahuun Makuriiyaatiin durfamu godina Jimmaa aanaa Gommaatti mana Barumsaa sadarkaa 1ffaa…
Oduu biyya keessaa Imaammata diinagdee Addaa Zoonii Afrikaarratti mariin gaggeeffamaa jira Obse Wakgari Sep 23, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC)- Imaammata diinagdee Addaa Zoonii Afrikaarratti mariin gaggeeffamaa jiraachuu ibsame. Woorkishooppiin Imaammata diinagdee Addaa Zoonii…